Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ogummaa Jireenya Kee Keessatti Si Gargaaru

Ogummaa fi amaloota nama itti gaafatamummaa fudhatu taʼuuf barbaachisan baradhu.

Miira Ofii Toʼachuu

Gaddi Kee Gammachuutti Jijjiiramuu Dandaʼa

Miirri gaddaa yoo si toʼate maal gochuu dandeessa?

Ilaalcha Sirrii hin Taane Qabaachuu Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan armaan gadii kana hordofuudhaan ilaalcha gaarii horachuu barachuu ni dandeessa.

Aarii Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Caqasoonni shan yeroo aartutti tasgabbaaʼuu akka dandeessu si gargaaruu dandaʼu

Miira Kee T⁠o⁠ʼachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan Macaafa Qulqulluu irratti hunda⁠a⁠ʼan shan aarii kee t⁠o⁠ʼachuuf si gargaaruu dand⁠a⁠ʼu.

Dhiphina Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Karaa dhiphinni sitti dhagaʼamu akka si miidhu utuu hin taʼin akka si fayyadu gochuuf si gargaaru jaʼa.

Gadda Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Gaddi cimaan nutti dhagaʼamu hirʼachaa kan deemu yeroo booda dha. Yaadawwan mata duree kana keessatti dhihaatan irratti yaaduudhaan isa caalaatti si gargaaru adda baafadhu.

Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan barbaachisoo fedhii dogoggoraa moʼuuf si gargaaran sadii hubadhu.

Yeroo fi Maallaqa

Yeroo Kootti Sirriitti Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan yeroo kee isa gatii guddaa qabu qisaasessuu irraa akka fagaattu si gargaaruu dandaʼan shan.

Akka in Bututne Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Haalli kun akka uumamu kan godhu maali dha? Haala akkasiitiif saaxilamtee jirtaa? Taanaan maal gochuu dandeessa?

Harʼa Boru Jechaa Hojii Tursuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Harʼa boru jechaa hojii tursuu dhiisuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe yaadawwan kennaman ilaali!

Hiriyoonni Kee Waaʼee Harʼa Boru Jechuu Maal Jedhu?

Dargaggoonni waaʼee miidhaa harʼa boru jechuun qabuu fi faayidaa yeroo ofii ogummaadhaan fayyadamuun qabu yommuu dubbatan dhaggeeffadhu.

Baasii Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ilaaluudhumaaf qofa suuqii seentee wantoota gatiin isaanii miʼaa taʼan bitee beektaa? Taanaan mata duree kana dubbisi.

Qarshii Keetti Seeraan Fayyadamuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Yeroo booda si fayyaduu akka dandaʼuuf, ammumaa kaasii qarshii kee seeraan qabadhu!

Guddina Koo

Sirreeffama Naa Kennamu Akkamittan Fudhachuu Qaba?

Namoonni tokko tokko haphii waan taʼaniif, sirreeffamni xinnoon illee yeroo isaaniif kennamu baayʼee aaru. Ati akkasii?

Akkaataa Itti Sirreeffama Fudhachuu Qabdu

Gorsiifi sirreeffamni fudhachuuf sitti ulfaatu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

Hammamin Cimina Qaba?

Rakkinni gaʼuun waan hin hafneefi, rakkinni si mudatu hammam xinnoo ykn hammam guddaa taʼus cimina qabaachuun kee barbaachisaa dha.

Yaada Koo Sassaabbachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Karaawwan teknoolojiin yaanni kee akka hihhiramu itti godhu sadii fi yaada kee sassaabbachuu irratti fooyyaʼinsa gochuuf maal gochuu akka dandeessu ilaali.

Qooqa Kan Biraa Barachuu Kan Qabdu Maaliifi?

Haalli ulfaataan si mudatu maalidha? Badhaasni isaa hoo maalidha?

Jireenya Hawaasummaa

Ija Laafina Akkamittan Moʼuu Dandaʼa?

Michoota gaggaarii fi muuxannoowwan gaggaarii akka hin horanne akka si dhowwuu hin godhiin.

Warra Kaan Biratti Fudhatama Yoon Dhabe Maalan Godha?

Namoota amalli isaanii rakkina qabu biratti fudhatama argachuu moo, eenyummaa kee eegdee jiraachuutu caalaatti barbaachisaa dha?

Yeroo Hunda Wanta Dogoggoraa Kanan Dubbadhu Maaliifi?

Dubbachuu kee dura irratti yaaduuf gorsa akkamiitu si gargaaruu dandaʼa?

Dhiifama Gaafachuu Kanan Qabu Maaliifi?

Balleessaa kee akka hin taane yeroo sitti dhagaʼamutti illee, sababii quubsaa dhiifama gaafachuu itti qabdu sadii hubadhu.

Karoora Namoota Gargaaruuf Fayyadu

Namoonni isaan gargaaruu dandeessu sitti dhihoo jiru. Waraqaan shaakalaa kun qabxii salphaa sadii gargaarsa kennuu jalqabuuf si fayyadu qabateera.

Abbaan Humnaa Yoo Na Hube Maalan Godha?

Namoonni hubaman baayʼeen isaanii gargaarsa akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Mata dureen kun haala kana fooyyessuuf wanta gochuu dandeenyu ibsa.

Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ijoollee abbaa humnaa taʼan jijjiiruu hin dandeessan taʼa, tarkaanfii fudhattan garuu jijjiiruu dandeessu.

Aboottee Utuu Hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi

Ijoolleen abbaa humnaa maaliif miidhaa akka geessisanii fi isaa moʼuu irratti milkaaʼuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ilaali.