Dhimma ijoo ta'etti seeni

Maatii

Warra kee wajjin walii galuun si rakkisaa jiraa? Obbolaa kee wajjin walii galuunoo si rakkisaa? Kitaabni Qulqulluun haalawwan maatii keessatti si mudatan kanaa fi kan biroo irratti si gargaara.

Relationship With Parents

Warra Koo Wajjin Haasaʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Hamma ati yaadde caalaa faayidaa guddaa qaba.

Warra Koo Haasofsiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yeroo dubbachuu hin barbaannetti illee warra kee haasofsiisuu kan dandeessu akkamitti?

Seerawwan Warri Koo Baasan Ilaalchisee Isaan Haasofsiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Warra keetti kabajaan akkamitti dubbachuu akka dandeessu baradhu, buʼaa gaariin akkana gochuudhaan argamu si dinqisiisuu dandaʼa.

Mana Keessatti Seerri Ni Barbaachisaa?

Seerawwan warra keef ajajamuun si rakkiseeraa? Gorsawwan ilaalcha sirrii akka qabaattu si gargaaran tokko tokko dubbisi.

Warra Koo Wajjin Walii Galuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Gorsawwan kunneen warra kee wajjin walii galuun baayʼee salphaa akka siif taʼu gochuu dandaʼu.

Seera Warri Koo Baasan Yoon Cabse Maal Gochuun Dandaʼa?

Wanta takkaa raawwatte jijjiiruu hin dandeessu; garuu, kana caalaa akka hin balleessine of eeggachuu ni dandeessa. Mata dureen kun, kana gochuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe si hubachiisa.

Bilisummaa Dabalataa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

“Akka nama guddaatti ilaalamuun qaba” jettee kan yaaddu taʼus, warri kee kana irratti walii hin galan taʼa. Akka sitti amanamaniif maalfaa gochuu dandeessa?

Abbaan Ykn Haati Koo Yoo Dhukkubsatan Hoo?

Dargaggoota keessaa haalli akkasii kan mudate si qofa miti. Dargaggoota lama akka dandamatan wanta isaan gargaare baradhu.

Warri Koo Yoo Wal Hiikan Haala Isaa Akkamittan Dandamachuu Dandaʼa?

Gadda, aarii fi mufannaa sitti dhagaʼamu dandamachuu kan dandeessu akkamitti?

Mana Keessatti

Warri Koo Jireenya Dhuunfaa Koo Keessa Akka hin Galle Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Warri kee jireenya dhuunfaa kee keessa akka galan sitti dhagaʼamaa? Maarree miira sitti dhagaʼamu kana hirʼisuuf wanti gochuu dandeessu jiraa?