Dhimma ijoo ta'etti seeni

Fayyummaa Qaamaa

Fayyaa buleessa taatee jiraachuuf ykn dhibee cimaa taʼe dandamachuuf maal gochuu akka qabdu baradhu. Haalli keessa jirtu maaliyyuu yoo taʼe Kitaabni Qulqulluun gorsa si gargaaru qabateera.

Rakkinoota

Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 1)

Dargaggoonni afur dhibee fayyaa isaanii dandamachuu fi ilaalcha sirrii qabaachuuf maaltu akka isaan gargaare ibsaniiru.

Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 2)

Muuxannoo dargaggoota utuma dhibee fayyaa cimaa taʼe qabanii ilaalcha gaarii qabaatanii jiraachuu baratanii dubbisi.

Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 3)

Muuxannoon dargaggoota sadii akkamitti akka dandamattu beekuuf si gargaaruu dandaʼa.

Jijjiirama Saala Lammeessoo Akkamittan Dandamadha?

Jijjiiramawwan si mudatan karaa milkaaʼina qabuun akkamittii moʼuu akka dandeessu baradhu.

Wantoota Dhibee Fayyaatiif Nama Saaxilan

Akka in Bututne Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Haalli kun akka uumamu kan godhu maali dha? Haala akkasiitiif saaxilamtee jirtaa? Taanaan maal gochuu dandeessa?

Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Beekuun Qaba?

Seeraan itti gaafatamu, maqaan kee baduu, miidhaa saalaa, araadaan qabamuu fi duʼaaf saaxilamuu irraa ooluu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dhugaatii Alkoolii Dhuguu Kee Dura Itti Yaadi

Namoonni baayʼeen dhiibbaa dhugaatii alkooliitiin kan kaʼe wanta booda itti gabban dubbatu ykn godhu. Miidhaa dhugaatii alkoolii garmalee dhuguun geessisu irraa of eeguu kan dandeessu akkamitti??

Tamboo Xuuxuudhaan Of hin Gubin

Namoonni hedduun tamboo ykn sijaaraa elektiroonikii kan xuuxan taʼus, namoonni xuuxuu isaanii dhaaban jiru; tokko tokko immoo xuuxuu dhaabuuf carraaqqii cimaa gochaa jiru. Maaliif? Dhuguma tamboo xuuxuun miidhaa guddaa qabaa?

Waaʼee Tamboo Xuuxuu fi Waaʼee Sijaaraa Eleektiroonikii Xuuxuu Maal Beekuun Qaba?

Namoonni beekamoon ykn hiriyoonni kee bashannanuuf jecha xuuxuu caalaa wanta dabalatu qaba. Miidhaa isaa fi akkamitti irraa fagaachuu akka dandeessu baradhu.

Jireenya Gaarii

Hirriiba Gaʼaa Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan hirriiba gaarii argachuuf si gargaaruu dandaʼan torba.

Ispoortii Hojjechuuf Fedhii Akkan Qabaadhuuf Maal Gochuun Qaba?

Yeroo hunda ispoortii hojjechuun fayyummaa qaama keetii fooyyessuu malee buʼaawwan akkamii argamsiisa?

Nyaata Madaalamaa Nyaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Dargaggeessi qaama fayyaa hin qabne yeroo boodas gaʼeessa fayyaa hin qabne taʼa. Kanaaf ammaa kaastee barsiifata nyaata gaarii nyaachuu guddifadhu.

Ulfaatina Qaamaa Koo Hirʼisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ulfaatina qaamaa kee hirʼisuu yoo barbaadde nyaata taʼe tokko dhiisuu mannaa akkaataa jireenyaa fayyaa siif argamsiisu hordofi.

Qaxalee Taʼi—Qulqullina Kee Eeggadhu

Qulqullina kee eeggachuu fi miʼoota kee iddoo iddoo qabsiisuun siifis taʼe namoota kaaniif gaariidha. Fayya buleessa taʼuu fi dhiphina hirʼisuuf si gargaara.