Dhimma ijoo ta'etti seeni

MASARAA EEGUMSAA

Wanti Sirrii fi Dogoggora Taʼe Maalidha?

Wanta sirrii fi dogoggora taʼe adda baafachuu kan qabdu akkamitti? Qajeelfamni amanuu dandeessuhoo jiraa?

 

Deebiisaa Ilaali

Kitaaba Qulqulluu intarneetii irraa dubbisi

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa sirrii fi dubbisuuf salphaa kan taʼe dha; qabiyyee isaa qori.

Kitaaba Qulqulluu intarneetii irraa dubbisi

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa sirrii fi dubbisuuf salphaa kan taʼe dha; qabiyyee isaa qori.

Viidiyoo, muuziqaa, mata duree fi oduu haaraa dhiheenyatti baʼe ilaali.

Wanta Haaraa Ilaali

Barumsa Kitaaba Qulqulluu Keenya Eegali

Barumsa Kitaaba Qulqulluu mareedhaan tola kennamu nama tokkoo wajjin baradhu.

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.

Walga’ii Irratti Argami

Waa’ee walga’ii keenyaa baradhu. Galma walga’ii naannoo keetti dhihoo jiru barbaadi.

Dhugaa Baatota Yihowaa—Nuyi Eenyu?

Qomoo adda addaa keessaa kan dhufnee fi afaan garaa garaa kan dubbannu taʼus galma tokko qabna. Hunda caalaa immoo, Waaqa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamee fi Uumaa wanta hundumaa taʼe Yihowaa kabajuu barbaanna. Fakkeenya Yesuus Kiristoos hordofuuf carraaqqii guddaa goona; Kiristiyaanota jedhamuu keenyattis ni boonna. Hundi keenya namoonni waaʼee Kitaaba Qulqulluu fi waaʼee Mootummaa Waaqayyoo akka baratan gargaaruu irratti hirmaanna. Waaʼee Yihowaa fi waaʼee Mootummaa isaa dhugaa waan baanuuf ykn waan dubbannuuf, Dhugaa Baatota Yihowaa jedhamna.

Weebsaayitii keenya sakattaʼi. Kitaaba Qulqulluu Intarneetii irraa dubbisi. Waaʼee keenyaa fi wanta itti amannu caalaatti baradhu.

 

Two of Jehovah's Witnesses preaching to a man in a rice paddy.