Dhimma ijoo ta'etti seeni

Hariiroo Waaqayyoo Wajjin Qabdu

Qajeelfama Kitaaba Qulqulluudhaan jiraachuun salphaa taʼuu dhiisu dandaʼa, haa taʼu malee jireenya milkaaʼina qabu akka jiraannu nu gargaara. Akkamitti akka taʼe baradhu.

Waaqayyotti Amanuu

Dargaggoonni Waaʼee Waaqayyotti Amanuu Dubbatu

Viidiyoo daqiiqaa sadii kana keessatti dargaggoonni Uumaan jiraachuu isaa wanta isaan amansiise dubbatu.

Waaqayyootti Amanuun Sirriidhaa?

Dargaggoota shakkii isaanii moʼanii fi amantii isaanii cimsatan lamaa wajjin wal bari.

Waaqayyotti Dhihaachuu

Kadhannaan Faayidaa Qabaa?

Kadhannaan miirri tasgabbii akka nutti dhagaʼamu kan godhu dhamoo wanta kana caalu kan qabu dha?

Walgaʼii Galma Walgaʼiitti Geggeeffamu Irratti Argamuu Kanan Qabu Maaliifi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa bakka waaqeffannaa isaanii Galma Walgaʼii jedhamutti torbanitti siʼa lama walgaʼii godhatu. Galma Walgaʼii isaanii keessatti maaltu raawwatama? Walgaʼiiwwan isaanii irraa faayidaa argachuu kan dandeessu akkamitti?

Jireenya Bifa Lama Qabu Jiraachuu Dhaabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan afur karaa dogoggoraa irra deemuu dhaabuuf si gargaaran.

Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Qoʼachuu

Dargaggoonni Waaʼee Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu Yeroo Dubbatan

Dubbisuun carraaqqii gochuu gaafata. Taʼus, Kitaaba Qulqulluu dubbisuun baayʼee nama kiisa. Dargaggoonni afur Kitaaba Qulqulluu dubbisuu isaaniitiin faayidaa akkamii akka argatan yeroo dubbatan dhaggeeffadhu.

Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Deebiin isaa jireenya caalaatti gammachiisaa taʼe qabaachuuf si gargaara.

Sababan Itti Amane—Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?

Dargaggoonni lama miidhaa barattoota daree isaaniirra gaʼerraa kan oolan akkamitti akka taʼe ibsaniiru.

Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 1: Kitaaba Qulqulluu Qoradhu

Saanduqa bara durii guddaa faayaawwan gatii guddaa qabaniin guutame tokko yoo argite, wanta achi keessa jiru beekuuf hin hawwituu? Kitaabni Qulqulluun saanduqa faayaawwan gatii guddaa qabaniin guutame wajjin wal fakkaata. Ogummaa hedduu of keessatti qabateera.

Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 2: Dubbisni Kitaaba Qulqulluu Kee Gammachiisaa Akka Taʼu Godhi

Gorsawwan gaarii seenaawwan Kitaaba Qulqulluu akka siif dhugooman gochuu dandaʼan shan.

Karaa Hafuuraa Guddachuu

Qalbii Koo Leenjisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Qalbiin kee eenyummaa kee fi wanta itti amantu argisiisa. Qalbiin kee waaʼee kee maal jedha?

Dogoggorawwan Koo Sirreessuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Deebiin isaa kan ati yaaddu caalaa salphaa taʼuu dandaʼa.

Cuuphamuun Qabaa?—Hiika Cuuphaa

Cuuphamuuf yaadaa jirta taanaan jalqaba hiika cuuphaa hubachuu qabda.

Cuuphamuun Qabaa?—Kutaa 2: Cuuphaaf Qophaaʼuu

Cuuphaaf qophaaʼuu kee beekuuf gaaffiiwwan kana fayyadamii of qori.

Cuuphamuun Qabaa?—Duubatti Akkan Jedhu Kan Na Godhu Maali Dha?

Yihowaadhaaf of murteessuu fi cuuphamuun si sodaachisa taanaan, mata dureen kun sodaa kee moʼuuf si gargaara.

Ergan Cuuphamee Booda Maal Gochuun Qaba?—Kutaa 1: Sochii Gootu Itti Fufi

Erga cuuphamtee booda michummaa Waaqayyoo wajjin qabdu cimsachuu kee itti fufi. Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu, kadhannaa dhiheessuu, waaʼee amantii kee warra kaanitti himuu fi walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa irratti hirmaachuu kee itti fufi.

Cuuphaa Booda Maal Gochuun Qaba?—Kutaa 2: Amanamummaa Kee Eegii Jiraadhu

Waadaa of murteessuudhaan Yihowaaf galte irratti xiinxali.

Kaameroon Jireenya Hunda Irra Wayyu Argatteetti

Jireenya gammachiisaa qabaachuu barbaaddaa? Kaameroon iddoo namoonni baayʼeen gammachuun ni argama jedhanii hin eegnetti akkamitti gammachuu akka argatte yeroo dubbattu dhaggeeffadhu.