Dhimma ijoo ta'etti seeni

Michoota

Michoota dhugaa horachuun ulfaataadha; michuummaan akka itti fufu gochuunimmoo caalaatti ulfaataadha! Michoota gaarii horachuu fi michummaan keessan akka itti fufu gochuu kan dandeessu akkamitti?

Hiriyoota Horachuu fi Michummaan Akka Itti Fufu Gochuu

Michuu Dhugaa kan Jedhamu Nama Akkamii Ti?

Nama michuu dhugaa hin taane argachuun salphaa dha; garuu michuu dhugaa argachuu kan dandeessu akkamitti?

Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qabxiiwwan akkasumaan walitti dhihaachuu irraa gara michummaa cimaatti si ceesisuu dandaʼan afur.

Hiriyaa Kanan hin Qabne Maaliifi?

Kophummaan ykn hiriyaa akka hin qabne kan itti dhagaʼamu si qofa miti. Akkaataa namoonni umurii keerra jiran kaan miira kana of irra itti ittisan beekuuf carraaqqii godhi.

Ija Laafina Akkamittan Moʼuu Dandaʼa?

Michoota gaggaarii fi muuxannoowwan gaggaarii akka hin horanne akka si dhowwuu hin godhiin.

Michooma moo Jaalala?—Kutaa 2: Ergaa Akkamiin Dabarsaa Jira?

Tarii michuun kee kun walitti dhufeenyi keessan michooma irra akka darbu kan barbaaddu godhee yaadaa? Gorsawwan jiran dubbisi.

Daangaa Kaaʼuu

Nama saala faallaa qabuuf ergaa sirrii hin taane akka hin dabarsine.

Rakkinoota

Dhiibbaa Hiriyaa Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamni Kitaabni Qulqulluun kennu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dhiibbaa Hiriyaa Moʼuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Dhiibbaan hiriyaa namoonni gaariin wanta gadhee akka raawwatan gochuu dandaʼa. Waaʼee dhiibbaa hiriyaa wanta beekuu qabduufi akkamitti moʼuu akka dandeessu

Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa!

Tarkaanfiiwwan salphaa murtoo mataa kee gochuuf si gargaaran afur.

Warra Kaan Biratti Fudhatama Yoon Dhabe Maalan Godha?

Namoota amalli isaanii rakkina qabu biratti fudhatama argachuu moo, eenyummaa kee eegdee jiraachuutu caalaatti barbaachisaa dha?

Dandeettii Namoota Wajjin Haasaʼuuf Qabu Fooyyeffachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan haasaa jalqabuu fi itti fufsiisuuf si gargaaran sadii hubadhu.

Yeroo Hunda Wanta Dogoggoraa Kanan Dubbadhu Maaliifi?

Dubbachuu kee dura irratti yaaduuf gorsa akkamiitu si gargaaruu dandaʼa?

Dogoggorawwan Koo Sirreessuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Deebiin isaa kan ati yaaddu caalaa salphaa taʼuu dandaʼa.

Hamii Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Haasaan keessan gara hamii nama miidhutti jijjiiramaa yoo deeme, dafii tarkaanfii fudhadhu!

Bilbilaan Ergaa Waliif Barreessuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Ergaan ergitu michummaa kee fi maqaa gaarii ati qabdu balleessuu dandaʼa. Akkamitti akka taʼe ilaali.