Dhimma ijoo ta'etti seeni

Mana Barumsaa

Mana barumsaatti karaa miiraa fi karaa hafuuraa qorumsi si mudata, akkasumas dandeettii yaaduu keerra qorumsi ni gaʼa. Garmalee utuu hin dhiphatin barumsa kee akka gaariitti barachuu kan dandeessu akkamitti?

Hojii Manaa Koo Xumuruu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Hojii manaa kee hojjettee xumuruu irratti rakkina yoo qabaatte, furmaanni isaa humnaan hojjechuu mannaa malaan hojjechuu taʼuu dandaʼa.

Barnoota Fagoo Irratti Milkaaʼina Argachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti

Yeroo ammaatti barattoonni hedduun mana isaanii taaʼanii barachaa jiru. Yaadawwan ibsaman shan yeroo mana kee teessee barattutti milkaaʼina argachuuf si gargaaru.

Barumsi Yoo na Jibbisiise Maal Gochuun Dandaʼa?

Barsiisaan kee si jibbisiisaa? Barumsi tokko tokko yeroo gubuu akka taʼe sitti dhagaʼamaa?

Yeroo Hunda Qormaata Kanan Kufu yoo Taʼe Maal Gochuun Dandaʼa?

Abdii kutachuu kee dura qabxii kee fooyyeffachuuf wantoota gochuu dandeessuu jaʼa hubadhu.

Abbaan Humnaa Yoo Na Hube Maalan Godha?

Namoonni hubaman baayʼeen isaanii gargaarsa akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Mata dureen kun haala kana fooyyessuuf wanta gochuu dandeenyu ibsa.

Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ijoollee abbaa humnaa taʼan jijjiiruu hin dandeessan taʼa, tarkaanfii fudhattan garuu jijjiiruu dandeessu.

Aboottee Utuu Hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi

Ijoolleen abbaa humnaa maaliif miidhaa akka geessisanii fi isaa moʼuu irratti milkaaʼuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ilaali.

Qooqa Kan Biraa Barachuu Kan Qabdu Maaliifi?

Haalli ulfaataan si mudatu maalidha? Badhaasni isaa hoo maalidha?