Dhimma ijoo ta'etti seeni

Fayyina Miiraa

Dargaggoonni hedduun kophummaan, dhiphinnii fi dadhabbii cimaan isaanitti dhagaʼama. Miira sitti dhagaʼamu akkamitti toʼachuu akka dandeessu baradhu.

Miira Gaarii hin Taane

Ilaalcha Sirrii hin Taane Qabaachuu Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan armaan gadii kana hordofuudhaan ilaalcha gaarii horachuu barachuu ni dandeessa.

Gaddi Kee Gammachuutti Jijjiiramuu Dandaʼa

Miirri gaddaa yoo si toʼate maal gochuu dandeessa?

Dhiphina Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Karaa dhiphinni sitti dhagaʼamu akka si miidhu utuu hin taʼin akka si fayyadu gochuuf si gargaaru jaʼa.

Aarii Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Caqasoonni shan yeroo aartutti tasgabbaaʼuu akka dandeessu si gargaaruu dandaʼu

Miira Kee T⁠o⁠ʼachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan Macaafa Qulqulluu irratti hunda⁠a⁠ʼan shan aarii kee t⁠o⁠ʼachuuf si gargaaruu dand⁠a⁠ʼu.

Wanta Hin Dandaʼamnen Of Irraa Eegaa?

Garaagarummaa wanta siif dandaʼame gochuu fi wanta hin dandaʼamne gochuuf yaaluu akkamitti ibsita?

Rakkinoota

Hammamin Cimina Qaba?

Rakkinni gaʼuun waan hin hafneefi, rakkinni si mudatu hammam xinnoo ykn hammam guddaa taʼus cimina qabaachuun kee barbaachisaa dha.

Gadda Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Gaddi cimaan nutti dhagaʼamu hirʼachaa kan deemu yeroo booda dha. Yaadawwan mata duree kana keessatti dhihaatan irratti yaaduudhaan isa caalaatti si gargaaru adda baafadhu.

Yeroo Haati Yookiin Abbaan Duʼan

Haadha yookiin abbaa duʼaan dhabuun gadda baayʼee cimaa taʼe dha. Dargaggoonni miira gaddaa akkasii toʼachuuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?

Lubbuudhaan Jiraachuun Yoo Na Jibbisiise Hoo?

Yaadawwan miira lubbuudhaan jiraachuun akka si jibbisiise sitti dhagaʼamu dandamachuuf si gargaaru dandaʼan afur.

Abbaan Humnaa Yoo Na Hube Maalan Godha?

Namoonni hubaman baayʼeen isaanii gargaarsa akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Mata dureen kun haala kana fooyyessuuf wanta gochuu dandeenyu ibsa.

Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ijoollee abbaa humnaa taʼan jijjiiruu hin dandeessan taʼa, tarkaanfii fudhattan garuu jijjiiruu dandeessu.

Aboottee Utuu Hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi

Ijoolleen abbaa humnaa maaliif miidhaa akka geessisanii fi isaa moʼuu irratti milkaaʼuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ilaali.

Karaa Intarneetii Hubaatiin Yoo Na Irra Gaʼe Maal Gochuun Qaba?

Miidhaa irraa of eeguuf wanti beekuu qabduu fi gochuu dandeessu maali dha.

Weebsaayitiin Hawaasaa Kan Na Miidhu Akkamitti?

Weebsaayitiin hawaasaa araadadha. Yaanni kun gama kanaan of toʼachuuf si gargaaruu dandaʼa.

Jijjiirama Saala Lammeessoo Akkamittan Dandamadha?

Jijjiiramawwan si mudatan karaa milkaaʼina qabuun akkamittii moʼuu akka dandeessu baradhu.

Maaliifan Qaama Koo Mura?

Of miidhuun, rakkina dargaggoota hedduu ti. Barsiifata akkasii qabda yoo taʼe akkamitti gargaarsa argachuu dandeessa?

Akka in Bututne Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Haalli kun akka uumamu kan godhu maali dha? Haala akkasiitiif saaxilamtee jirtaa? Taanaan maal gochuu dandeessa?