Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa

Nuu wajjin wal quunnamuu, walgaʼiiwwan keenya keessaa isa tokkorratti argamuu, kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu akka si barsiisnu gaafachuu ykn waaʼee keenya caalaatti barachuu yoo barbaadde kutaan kun si gargaara. Waajjira keenya daawwachuudhaan hojii hojjechaa jirru akka ilaaltus si affeerra.

Wantoota Itti Amannuu fi Sochiiwwan

Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman

Waaʼee keenya ilaalchisee gaaffiiwwan qabduuf deebii argadhu.

Muuxannoowwan Dhugaa Baatota Yihowaa

Muuxannoowwan carraaqqii Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaabni Qulqulluun yaada, dubbii fi gocha isaanii akka qajeelchu heyyamuuf godhan ibsu hubadhu.

Hojiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa

Nuti biyyoota 230 ol keessatti kan argamnu yeroo taʼu, namoota qomoo fi aadaa adda addaa qaban keessaa dhufne. Tarii waaʼee hojii lallabaa keenya beekta taʼa, taʼus namoota naannoo nuti jiraannu keessatti argaman karaa kan biraas ni gargaarra.

Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Waaʼee obbolummaa keenya addunyaa maratti argamuu caalaatti baradhu.

Qophii Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi?

Macaafani Qulqulluun, namoonni miliyoonaan lakkaaʼamaniifi addunyaarratti argaman, gaaffiiwwan gurguddaa jireenyasaanii keessatti isaan mudataniif deebii akka argatan gargaaraa jira. Namoota kana keessaa tokko taʼuu barbaaddaa?

Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu namoota qayyabsiisuudhaan beekamu. Akkamitti akka isaan qayyabsiisan ilaali.

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.

Walga'iiwwanii fi Ta'eewwan

Walga’ii Irratti Argami

Waa’ee walga’ii keenyaa baradhu. Galma walga’ii naannoo keetti dhihoo jiru barbaadi.

Ayyaana Yaadannoo Duʼa Yesuus

Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesuus Ebla 12, 2025 (Ebla 4, 2017) kabajamurratti akka argamtu kabajaan si affeeraniiru.

Waajjiroota Damee

Dhugaa Baatota Yihowaa Qunnami

Teessoo Dhugaa Baatota Yihowaa addunyaa maratti argamanii.

Daawwannaa Beetel

Waajjira keenya naannoo keetti argamutti qophiin daawwannaa akkamii akka jiru ilaali.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Qarshii Hojii isaaniitiif Barbaachisu Eessaa Argatu?

Malawwan waldaawwan hedduu keessatti itti hojjetaman hin fayydamnu.

Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa mararra kan jiran siʼa taʼu, sanyiifi aadaa garaagaraa keessatti guddatan. Tokkummaa akka qabaatan kan godhe maali dha?

Odeeffannoo Gabaabaa—Addunyaa Mara

  • 239—Biyyoota Dhugaa Baatonni Yihowaa keessatti waaqeffatan

  • 8,816,562—Dhugaa Baatota Yihowaa

  • 7,281,212—Qo’annaawwan Kitaaba Qulqulluu kaffaltii malee geggeeffaman

  • 20,461,767—Namoota Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristoos irratti argaman

  • 118,177—Gumiiwwan