Dhimma ijoo ta'etti seeni

Balaa Dandamachuu

Rakkina

Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu​—Waaqayyo Nu Adabaa Waan Jiruufii?

Waaqayyo cubbuu isaaniitiif namoota adabuuf, dhukkuba ykn balaatti ni fayyadamaa?

Abdii Amansiisaa Gara Fuulduraatti Raawwatamu

Abdii Kitaabni Qulqulluun kennu abdii ykn yaada namoonni kennan irraa adda kan taʼe maaliifi?

Dinqiiwwan Wantoota Ajaaʼibsiisoo Gara Fuulduraatti Taʼan Argisiisan

Yesuus maatii ilmaan namootaa jannatatti galchuuf maal akka raawwatu ilaali.

Yeroon Shororkeessummaan hin Jirre ni Dhufaa Laata?

Sodaanii fi hammeenyi hamma balleeffamanitti, wantoota Kitaabni Qulqulluun akka goonu nu gorsu namoota shororkeessitummaan jireenya isaanii irratti miidhaa geessise akka dandamatan isaan gargaaruu dandaʼa.

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?

Namoonni baayʼeen, addunyaan kun jibbaa fi rakkinaan kan guutamte maaliif akka taʼe gaafatu. Kitaabni Qulqulluun garuu deebii quubsaa fi nama jajjabeessuu kenna.

Warri Naazii Ajjeechaa kan Raawwatan Maaliifi? Waaqayyo Kan hin Dhaabsisne Maaliifi?

Namoonni baayʼeen, Waaqni jaalala qabeessa taʼe rakkina kana hunda kan heyyame maaliif akka taʼe ni gaafatu. Kitaabni Qulqulluun deebii quubsaa kenna!

Rakkinni Dhiheenyatti Ni Bada!

Waaqayyo wantoota rakkinni akka jiraatu godhan hunda akka balleessu abdii kenneera. Kana kan godhu yoomiifi akkamitti?

Nama Jaallatan Du'aan Dhabuu

Nama Jaallannu Yeroo Duʼaan Dhabnu

Tarkaanfiiwwan gadda sitti dhagaʼamu dandamachuuf si gargaaruu dandaʼan tokko tokko baradhu.

Gadda Kee Dandamachuuf Tarkaanfiiwwan Amma Fudhachuu Dandeessu

Namoonni hedduun tarkaanfiiwwan tokko tokko fudhachuudhaan gadda isaanii irraa jajjabaataniiru.

Nama Jaallannu Tokko Duʼaan Yommuu Dhabnu Jiraachuun Gatii Qabaa?

Gadda nama jaallattu duʼaan dhabuudhaan si irra gaʼe dandamachuuf gorsawwan si gargaaruu dandaʼan shan ilaali.

Yeroo Haati Yookiin Abbaan Duʼan

Haadha yookiin abbaa duʼaan dhabuun gadda baayʼee cimaa taʼe dha. Dargaggoonni miira gaddaa akkasii toʼachuuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?

Yommuu Gaddi Ijoollee Mudatu

Dargaggoonni sadii, Kitaabni Qulqulluun duʼa miseensa maatii akka dandamatan kan isaan gargaare akkamitti?

Gargaarsa Hunda Irra Caaluu fi Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

Kitaabni Qulqulluun namoota gadda irra jiraniif gargaarsa hunda irra caalu qabateera.

Balaa

Kitaabni Qulqulluun Balaa Jijjiiramni Qilleensaa Fidu Dandamachuuf Si Gargaaraa?

Kitaabni Qulqulluun balaan jijjiirama qilleensaatiin dhufu gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuttii fi erga gaʼee booda gorsa si fayyadu qabaateera.

Yommuu Balaan Gaʼu Tarkaanfii Nama Oolchuu Dandaʼu

Yaadawwan siinis taʼe warra kaan akka oolan gargaaruu dandaʼan.

Yommuu Balaan Gaʼu, Jiraachuun Gatii Qabaa?

Kitaabni Qulqulluun qajeelfama gaarii balaa uumamaa dandamachuuf si gargaaru siif kenna.

Balaawwan Uumamaa Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Balaawwan uumamaa adaba Waaqayyootii? Waaqayyo namoota balaa uumamaatiin miidhaman ni gargaaraa?

Lolaa Cimaa Filippiinsiin Mudate​—Amantiin Diinummaa Moʼe

Yeroo lolaa cimaan Suupper Taayifuun Haaʼiyaan jedhamu Filippiinsi mudatetti wanta taʼe namoonni irraa oolan ni dubbatu