Dhimma ijoo ta'etti seeni

Barsiifataa fi Araada

Amaloota Dhuunfaa

Barsiifata Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Barsiifanni kee akka si miidhu utuu hin taʼin akka si fayyadu godhi.

Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan barbaachisoo fedhii dogoggoraa moʼuuf si gargaaran sadii hubadhu.

Tamboo, Qorichaa fi Alkoolii

Kitaabni Qulqulluun Araada Qoricha Sammuu Hadoochu Fudhachuu Moʼuuf Si Gargaaruu Dandaʼaa?

Tarkaanfiiwwan Kitaaba Qulqulluu araada irraa bilisa baʼuuf si gargaaran.

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Jedha? Dhugaatii Alkoolii Dhuguun Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun wayiniinis taʼe dhugaatiin kan biraan faayidaa tokko tokko akka qabu dubbata.

Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Beekuun Qaba?

Seeraan itti gaafatamu, maqaan kee baduu, miidhaa saalaa, araadaan qabamuu fi duʼaaf saaxilamuu irraa ooluu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Tamboo Xuuxuun Cubbuu Dhaa?

Tamboo xuxuun Kitaaba Qulqulluu keessatti erga hin ibsamnee gaaffii kanaaf deebii kennuun kan dandaʼamu akkamitti?

Akkaataa Jireenyaa Kootti hin Gammanne

Dimiitrii Karshinoov garmalee dhuga ture; taʼus guyyaa hunda Kitaaba Qulqulluu dubbisuu jalqabe. Jireenya isaa akka jijjiiruu fi gammachuu dhugaa akka argatu maaltu isa gargaare?

Miidiyaa Elektiroonikii

Meeshaa Elektirooniksiitti Ogummaadhaan Fayyadamaa Jirtaa?

Gaaffilee arfan haala keessa jirtu gamaaggamuuf si gargaaran kanaaf deebii kennuudhaan of qori

Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi

Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.

Meeshaaleen Elektirooniksii Jireenya Kee Toʼachaa Jiruu?

Addunyaa meeshaalee elektirooniksiitiin guutame keessa jiraattus, akka si hin toʼanne gochuu dandeessa. Meeshaaleen elektirooniksii akka araada sitti taʼan beekuu kan dandeessu akkamitti? Akka si hin toʼanne gochuu kan dandeessu hoo akkamitti?

Qumaara

Qumaarri Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee qumaaraa balʼinaan hin ibsu; maarree ilaalchi Waaqayyoo maal akka taʼe akkamitti beekuu dandeenya?

Poornoogiraafii

Poornoogiraafiin Miidhaa Qabaa?

Poornoogiraafii ilaaluun namootaa fi maatiiwwan irratti dhiibbaa akkamii geessisa?

Macaafni Qulqulluun Poornoogiraafii Ni Balaaleffataa?

Waaqayyoon gammachiisuu barbaannaan poornoogiraafii ilaalchisee wanta isatti dhagaʼamu baradhu.

Araada Poornoogiraafiitiin Yoon Qabame Maalan Godha?

Kitaabni Qulqulluun poornoogiraafiin maal akka taʼe hubachuuf si gargaaruu dandaʼa.

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Poornoogiraafii fi Saaybarseeksii Maal Jedha?

Taphawwan saalqunnamtii irratti hundaaʼan babalʼataniiru. Taphawwan kun beekamuun isaanii sirrii akka taʼan taasisaa?