Dhimma ijoo ta'etti seeni

Hojii fi Maallaqa

Hojii

Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Qabeenya Kee Eeggadhu

Maallaqa keetti ogummaadhaan kan fayyadamtu yoo taʼe, yeroo rakkinaatti haala isaa dandamachuun sitti hin ulfaatu.

Kitaabni Qulqulluun Hojii Ilaalchisee Maal Jedha?

Gosti hojii ati hojjetu jijjiirama fidaa?

Humna Kee Ol Hojjechaa Jirtaa?

Namoonni baayʼeen wanta iddoo hojiittis taʼe manatti isaan irraa barbaadamuu guutuun isaanitti ulfaateera. Rakkoon kun kan uumamee maaliifi? Hambisuuf hoo maal gochuutu dandaʼama?

Ilaalcha Qarshiif Qabaannu

Maallaqni Hundee Wantoota Miidhaa Geessisan Hundumaa Tii?

Yaanni ‘Maallaqni hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti’ jedhuu fi Kitaaba Qulqulluu irraa akka fudhatame dubbatamu yaada guutuu kan qabate miti.

Jireenya Fooyyessa—Itti Fayyadama Maallaqaa

Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu rakkina maallaqaa hirʼisuuf si gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

Qarshiidhaaf Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu

Gaaffiiwwan ilaalchi qarshiidhaaf qabdu mancaʼuu isaa of qoruuf si gargaaran torba.

Barumsii fi Maallaqni Egeree Amansiisaa ni Argamsiisuu?

Namoonni hedduun barumsi sadarkaa ol aanaa fi qabeenyi wanta hin eegamne akka geessisu hubataniiru.

Yeroo Itti Rakkinni Dinagdee hin Jiraanne ni Dhufaa?

Bulchiinsi guutummaa lafaa toʼatuu fi hiyyummaa, akkasumas rakkina dinagdee balleessu tokko jira.

Wantoota Sadan Qarshiin Bituu Hin Dandeenye

Qarshiin wanta barbaannu tokko tokko bitachuuf kan nu gargaaru taʼus, wanta jireenya keessatti caalaatti barbaachisaa taʼe garuu bituu hin dandaʼu.

Waaʼee Qarshii Yaaddaʼuu

Namni tokko yeroo gatiin wantoota buʼuuraa harka biliyoona tokkoo ol dabaletti illee wanta maatii isaatiif barbaachisu dhiheesseera.

Qabeenya Dhugaa Argadheera

Hogganaan daldalaa milkaaʼina argate wanta qabeenyaa fi qarshii caalaa iddoo guddaa qabu kan argate akkamitti?

Qarshii To'achuu

Galii Xinnoodhaan Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Akkuma tasaa galii dhabuun kan nama dhiphisu taʼus, gorsa gaarii Kitaaba Qulqulluurraa argamurratti hundaaʼuudhaan tarkaanfii tokko tokko fudhachuun kee maallaqa xinnoodhaan jiraachuuf si gargaara.

Rakkina Qarshii fi Liqii—Kitaabni Qulqulluun Si Gargaaruu ni Dandaʼaa?

Qarshiin gammachuu bituu hin dandaʼu, qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu afur gama qarshiitiin si gargaaruu dandaʼan.

Baasii Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ilaaluudhumaaf qofa suuqii seentee wantoota gatiin isaanii miʼaa taʼan bitee beektaa? Taanaan mata duree kana dubbisi.