Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Dinqiiwwan Wantoota Ajaaʼibsiisoo Gara Fuulduraatti Taʼan Argisiisan

Dinqiiwwan Wantoota Ajaaʼibsiisoo Gara Fuulduraatti Taʼan Argisiisan

Yeroo Waaqayyo waadaa gale hunda raawwachuudhaan fedhii uumama hundaa guutuu ‘jireenyi inni dhugaan’ Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame maal akka fakkaatu ilaali. (1 Ximotewos 6:19; Faarfannaa 145:16) Jireenya akkasii argachuun kan dandaʼamu akkamitti?