Dhimma ijoo ta'etti seeni

Amantii fi Waaqeffannaa

Amantii

Nama Hafuuraa Jechuun Maal Jechuudha? Amantaan Hordofu Utuu Hin Qabaatin Nama Hafuuraa Taʼuu Nan Dandaʼaa?

Yaadawwan sadan karaa hafuuraa guddachuuf si gargaaran ilaali, akkasumas, dhimma kana ilaalchisee yaadawwan dogoggoraa arfan ilaali.

Amantiin Hundi Tokko Dhaa? Hundumtuu Gara Waaqayyotti Geessuu?

Sababiiwwan Kitaaba Qulqulluu irratti ibsaman lama deebii isaa kennu.

Miseensa Dhaabbata Amantii Tokkoo Taʼuun Barbaachisaa Dhaa?

Namni tokko dhuunfaatti Waaqayyoon waaqeffachuu ni dandaʼaa?

Dhaabbileen Amantii Kiristiyaanaa Hedduun kan Jiraatan Maaliifi?

Yesuus inni hundeessaa Kiristiyaanummaa taʼe kana yaadee turee?

Amantii Dhugaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun wantoota amantii dhugaa beekuuf gargaaran 9 ibsa.

Mormituun Kiristoos Eenyudha?

Inni dhufaa jira durumaanuu jira?

Kadhannaa

Yoon Kadhadhe Waaqayyo Na Gargaaraa?

Waaqayyo waaʼeen rakkina keenyaa isa yaaddessaa?

Maaliif Kadhanna? Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?

Waaqayyoo kadhannaa keetiif deebii kennuun isaa yeroo baayʼee wanta ati raawwatu irratti kan hundaaʼe dha.

Akkamitti Kadhachuu Qabna?—Kadhannaan Gooftaa Hunda Irra kan Caalu Dhaa?

Kadhannaan fudhatama qabu kadhannaa Yaa Abbaa Keenyaa jedhu qofa dhaa?

Waaʼee Maalii Kadhachuun Dandaʼa?

Waaqayyo wantoota dhuunfaatti nu yaaddessan salphisee hin ilaalu kan jennu maaliif akka taʼe hubachuuf yaalaa.

Maqaa Yesuusiin Kadhachuu kan Qabnu Maaliifi?

Maqaa Yesuusiin kadhachuun Waaqayyoof ulfina kan fiduu fi Yesuusiif kabaja akka qabnu kan argisiisuu akkamitti akka taʼe hubachuuf yaali.

Gara Qulqullootaatti Kadhannaa Dhiheessuun Qabaa?

Wanta Kitaabni Qulqulluun gara eenyuutti kadhannaa dhiheessuu akka qabnu ilaalchisee dubbatu baradhu.

Waaqayyo Kadhannaawwan Tokko Tokko kan hin Dhageenye Maaliifi?

Waaʼee gosa kadhannaa Waaqayyo hin dhageenyee fi namoota Waaqayyo kadhannaa isaanii hin dhageenye baradhu.

Fayyina

Fayyuuf Yesuusitti Amanuun Gaʼaa Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun namoonni tokko tokko Yesuusitti kan amanan taʼus fayyina akka hin arganne dubbata. Kun taʼuu kan dandaʼe akkamitti?

Fayyinni Maali dha?

Daandiin fayyinaa maali dha? Namni tokko maal irraa fayya?

Yesuus ni Fayyisa—Akkamitti?

Yesuus akka nuuf kadhatu kan nu barbaachisu maaliifi? Fayyuuf Yesuusitti amanuu qofa nu barbaachisaa?

Aarsaan Yesuus “Namoota Hedduudhaaf Furii” kan Taʼu Akkamitti?

Aarsaan Yesuus furamuu cubbuu kan argamsiisu akkamitti?

Cuuphaan Maalidha?

Cuuphaawwan Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman hedduun, hiikaa fi barbaachisummaa cuuphaa kan ibsanidha.

Lammata Dhalachuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Kiristiyaana taʼuuf lammata dhalachuu qabdaa?

Cubbuu fi Dhiifama

Cubbuun Jalqabaa Maal Ture?

Addaamii fi Hewaan cubbuu raawwatan ijoollee isaan irraa dhalatan hundatti dabarsuudhaan ajaja Waaqayyoo cabsan.

Cubbuun Maali Dha?

Cubbuuwwan tokko tokko warra kaan irra ni caaluu?

Dhiifama Gochuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee tarkaanfiiwwan nama tokkoof dhiifama gochuuf si gargaaruu dandaʼan shanii ni ibsa.

Waaqayyo Dhiifama Naa Godhaa?

Karaa dhiifama argachuu itti dandeenyu ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu ilaali.

Kitaabni Qulqulluun Warra Miira Balleessaa Isaanitti Dhagaʼamuun Dhiphatan Gargaaruu Ni Dandaʼaa?

Garmalee balleessaan namatti dhagaʼamu abdii nama kutachiisa. Qabxiilee balleessaa kanaan dura raawwatte irratti yeroo hundaa akka hin yaanne si gargaaran sadii ilaali.

Cubbuuwwan Duʼa Geessisan Torba Jiruu?

Ibsi kun eessaa dhufe? Cubbuu duʼa geessisuu fi cubbuun duʼa hin geessisne gidduu garaa garummaa maaliitu jira?

Cubbuun Dhiifama hin Qabne Maali Dha?

Cubbuu dhiifama hin qabne raawwachuu fi dhiisuu kee beekuu kan dandeessu akkamitti?

‘Qooda Ijaa Ija’ Jechuun Maal Jechuu Dha?

Seerri ‘qooda ijaa ija’ jedhu namni tokko haqa argachuuf ofuma isaatiin haaloo akka baʼu kan jajjabeessaa?

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Jedha? Dhugaatii Alkoolii Dhuguun Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun wayiniinis taʼe dhugaatiin kan biraan faayidaa tokko tokko akka qabu dubbata.

Tamboo Xuuxuun Cubbuu Dhaa?

Tamboo xuxuun Kitaaba Qulqulluu keessatti erga hin ibsamnee gaaffii kanaaf deebii kennuun kan dandaʼamu akkamitti?

Qumaarri Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee qumaaraa balʼinaan hin ibsu; maarree ilaalchi Waaqayyoo maal akka taʼe akkamitti beekuu dandeenya?

Sochiiwwan Amantii

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Kurnoo Maal Jedha?

Kurnoo ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun jedhuu fi wanta namoonni Kitaabni Qulqulluun akka dubbatu yaadan gidduu garaa garummaan jiru si dinqisiisa taʼa.

Fakkiiwwan Waaqeffachuu Qabnaa?

Waaqayyo waaqeffannaa keenya keessatti fakkiiwwan ykn waaqolii tolfamootti yoo fayyadamne ni gammadaa?

Kiristiyaanonni Sanbata Kabajuu Qabuu?

Taʼuu baannaan Kitaabni Qulqulluun Sabanni kakuu bara baraa akka taʼe kan dubbatu maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun Qooqa hin Beekneen Dubbachuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Kennaan hafuuraa kun Kiristiyaanota dhugaa adda baasee beeksisaa?

Kitaabni Qulqulluun Soomii Ilaalchisee Maal Jedha?

Bara duriitti namoonni tokko tokko kan sooman haala akkamii keessatti ture? Kiristiyaanonni soomuu qabuu?

Kitaabni Qulqulluun Kennaa Kennuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Kennaa akkamii kennuutu Waaqayyoon gammachiisa?