Dhimma ijoo ta'etti seeni

Akkaataa Jireenyaa fi Amala

Gaaʼelaa fi Maatii

Kitaabni Qulquluun Maatii Gammachuu Qabu Akkan Qabaadhu Na Gargaaruu Dandaʼaa?

Gorsawwan gaariin Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman maatii gammachuu qabu akka qabaatan gargaaraniiru.

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Gaaʼelaa Maal Jedha?

Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu hiriyoonni gaaʼelaa rakkina akka hambisan ykn akka moʼan isaan gargaaruu dandaʼa.

Gaaʼela Utuu hin Dhaabbatin Waliin Jiraachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Qajeelfamni Waaqayyoo maatii milkaaʼina qabu akka qabaannu nutti hima, ulaagaan isaa yeroo hunda warra isa hordofaniif faayidaa argamsiisa.

Kitaabni Qulqulluun Gaaʼela Saala Wal Fakkaatu Gidduutti Hundeeffamu Ilaalchisee Maal Jedha?

Hundeessaan gaaʼelaa, gaaʼela dhaabbataa fi gammachiisaa taʼe qabaachuun akkamitti akka dandaʼamu hunda caalaa beeka.

Nama Sanyiin Isaa kan Biraa Taʼe Hiriyaa Gaaʼelaa Godhachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Dhugaawwan buʼuuraa waaʼee wal qixxummaa sanyii fi waaʼee gaaʼelaa dubbatan tokko tokko ilaali.

“Abbaa Keetii fi Haadha Keetiif Ulfina Kenni” Jechuun Maal Jechuu Dha?

Ajajni kun maal jechuu akka hin taane yommuu beektu dinqisiifamuu dandeessa.

Kitaabni Qulqulluun Warri Keenya Yommuu Dullooman Kunuunsuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun fakkeenya namoota amantii akkas godhanii qabateera. Gorsa hojii irra ooluu dandaʼuu fi warra kunuunsa godhan gargaarus qabateera.

Saalqunnamtii

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Poornoogiraafii fi Saaybarseeksii Maal Jedha?

Taphawwan saalqunnamtii irratti hundaaʼan babalʼataniiru. Taphawwan kun beekamuun isaanii sirrii akka taʼan taasisaa?

Gocha Qaanessaa Sababa Saalaatiin Na Mudatu Irraa Akkamittan Of Eega?

Gorsa ogummaa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼee torba, hojii irra oolchuun kee Tuttuqaa Saalaa dandamachuuf si gargaaruu dandaʼa.

Warri Waaʼee Saalaa Ijoollee Isaanii Barsiisuu kan Dandaʼan Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun qajeelfamawwan gaggaarii ijoollee keessan waaʼee saalaa akka barsiistanii fi namoota miidhaa saalaa isaan irraan geessisan irraa eeguuf isin gargaaru hedduu qabateera.

Filannoowwan

Kitaabni Qulqulluun Ulfa Baasuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Jireenyi namaa kan jalqabu yoomii kaasee ti? Waaqayyo nama ulfa baaseef dhiifama ni godhaa?

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhagna Tumachuu Maal Jedha?

Dhagna tumachuun si hawwataa? Taanaan qajeelfama Kitaaba Qulqulluu kamfaa irratti yaaduu qabda?

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Of Miidhagsuu fi Faaya Naqachuu Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun of miidhagsuu ni balaaleffataa?

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Dhugaatii Alkoolii Maal Jedha? Dhugaatii Alkoolii Dhuguun Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun wayiniinis taʼe dhugaatiin kan biraan faayidaa tokko tokko akka qabu dubbata.

Tamboo Xuuxuun Cubbuu Dhaa?

Tamboo xuxuun Kitaaba Qulqulluu keessatti erga hin ibsamnee gaaffii kanaaf deebii kennuun kan dandaʼamu akkamitti?

Qumaarri Cubbuu Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee qumaaraa balʼinaan hin ibsu; maarree ilaalchi Waaqayyoo maal akka taʼe akkamitti beekuu dandeenya?

Kitaabni Qulqulluun Mirga Filannaa Ilaalchisee Maal Jedha? Dhumni Keenya Toʼannaa Waaqayyoo Jala Jiraa?

Namoonni baayʼeen, jireenyi isaanii carraa irratti akka hundaaʼe amanu. Filannaan goonu, jireenyi keenya milkaaʼuu fi dhiisuu isaa irratti dhiibbaa godhaa?

Murtoo Gaarii Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan qajeelfama Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan jaʼaa fi ogummaa fi hubannaa argachuuf si gargaaruu dandaʼan.

Kitaabni Qulqulluun Kennaa Kennuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Kennaa akkamii kennuutu Waaqayyoon gammachiisa?