Wanta Haaraa

2024-05-30

DAMMAQINAAN EEGAA!

Addunyaa Maratti Seeraa Alummaan Dabaleera—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Addunyaa maratti seera alummaan maaliifi akka babalʼate baradhu.

2024-05-28

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan barbaachisoo fedhii dogoggoraa moʼuuf si gargaaran sadii hubadhu.

2024-05-20

GAAʼELAA FI MAATII

Dulluma Keessa Wal Hiikuu

Dulluma keessa wal hiikuun maaliif baayʼate? Kun gaaʼela keessanirra akka hin geenye of eeguu kan dandeessan akkamitti?

2024-05-16

DAMMAQINAAN EEGAA!

Naamusni Gaariin kan Bade Maaliifi?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Naamusni namootaa yeroo kamiyyuu caalaa mancaʼeera. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼe maaliif akka taʼe ni dubbata, dubbii fi amala naamusa qabu ilaalchisees qajeelfama amansiisaa kenna.

2024-05-16

MATA DUREEWWAN DABALATAA

Nageenya Dubartootaa​—⁠Yaada Kitaaba Qulqulluu

Nageenyi dubartootaa Waaqayyoon ni yaaddessa. Nageenyi kee Waaqayyoon kan yaaddessu maaliif akka t⁠a⁠ʼee fi miidhaa dubartoota irra g⁠a⁠ʼu ilaalchisee tarkaanfii akkamii akka fudhatu baradhu.

2024-05-06

GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI

Yihowaan Abbaa Keenyadha

Yihowaan akka abbaa keenyaatti akka isa ilaallu barbaada.