Dhimma ijoo ta'etti seeni

Yihowaan Abbaa Keenyadha

Yihowaan Abbaa Keenyadha

Yihowaan akkuma abbaa akka taʼe ijoollee keessan amansiisuu kan dandeessan akkamitti?

Warri, ijoollee keessanii wajjin Isaayyaas 64:8 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.

Gilgaalicha buufadhaatii piriinti godhadhaa.

Viidiyoo Yihowaan Abbaa Keenyadha jedhamu ijoollee keessanii wajjin erga ilaaltanii booda gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa. Ijoolleen keessan wanta gaarii Yihowaan isaaniif godhe tokko fakkii isaa akka kaasan ykn akka barreessan godhaa.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.