Dhimma ijoo ta'etti seeni

Gaaʼela

Milkaa'ina Argachuu

Gaaʼela Gammachuu Qabu Argachuuf Gargaarsa Waaqayyoo Gaafadhaa

Gaaffiiwwan salphaa lama of gaafachuunkee gaaʼelakee fooyyessuuf si gargaara.

Ogummaa Maatii Gammachuu Qabu Horachuuf Gargaaru

Maatii gammachuu qabu qabaachuuf abbootiin manaa, haadhotiin manaa fi ijoolleen maal gochuu qabu?

Maatiiwwan Milkaaʼan—Wal Deggeranii Hojjechuu

Hiriyaan gaaʼelaa keessan akkuma nama akkasumaan kutaa tokko keessa waliin jiraattaniitii?

Obsa Guddifachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Namoonni cubbuu dhaalan lama yeroo wal fuudhan rakkinni garaa garaa ni uumama. Gaaʼelli akka milkaaʼu yoo barbaadame, obsa qabaachuun baayʼee barbaachisaa dha.

Gaaʼela Gammachiisaa Qabaachuuf: Wal Kabajaa

Kabajni badaa kan jiru taʼus Kitaabni Qulqulluun amala kana akka gddifannu nu gargaara.

Kabaja Argisiisuu—Akkamitti?

Gaaʼela keessatti kabaja argisiisuun yeroo nutti tolu qofa kan goonu miti; wanta gochuu qabnuu dha. Hiriyaa gaaʼelaa kee akka kabajju akkamitti argisiista?

Gaaʼela Gammachuu Qabuuf: Jaalala Argisiisaa

Hojii, dhiphinnii fi dhiibbaan guyyaa guyyaan jireenya keessatti mudatu hiriyaan gaaʼelaa tokko jaalalli isaa akka hirʼatu gochuu dandaʼa. Hiriyoonni gaaʼelaa jaalala kana deebisanii cimsuu dandaʼuu?

Dinqisiifannaa Ibsuu—Akkamitti?

Hiriyoonni gaaʼelaa amalawwan gaggaarii walii walii isaanii kan hubatanii fi beekkamtii kan waliif kennan yoo taʼe hariiroon isaanii ni cima. Amala dinqisiifannaa horachuuf maaltu isin gargaaruu dandaʼa?

Jaalala Argisiisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Hiriyoonni gaaʼelaa dhugumaan akka wal jaallatan argisiisuu kan dandaʼan akkamitti? Yaadawwan qajeelfama Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan afur ilaali.

Walii Keessaniif Amanamaa

Gaaʼela keessatti ejjarraa fagaachuun alatti karaan amanamummaa argisiisuu itti dandeenyu jiraa?

Abbootiin Manaa Manni Keessan Bakka Tasgabbiin Jiru Akka Taʼu Godhaa

Maatiin tokko wanta isaan barbaachisu akka gaariitti argatanis wanta caalaatti barbaachisaa isa taʼeen garuu dagatamuu dandaʼu.

Wanta Kitaabni Qulqulluun Jedhu

Kitaabni Qulqulluun Gaaʼela Saala Wal Fakkaatu Gidduutti Hundeeffamu Ilaalchisee Maal Jedha?

Hundeessaan gaaʼelaa, gaaʼela dhaabbataa fi gammachiisaa taʼe qabaachuun akkamitti akka dandaʼamu hunda caalaa beeka.

Nama Sanyiin Isaa kan Biraa Taʼe Hiriyaa Gaaʼelaa Godhachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Dhugaawwan buʼuuraa waaʼee wal qixxummaa sanyii fi waaʼee gaaʼelaa dubbatan tokko tokko ilaali.

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Gaaʼelaa Maal Jedha?

Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu hiriyoonni gaaʼelaa rakkina akka hambisan ykn akka moʼan isaan gargaaruu dandaʼa.

Rakkoowwanii fi Furmaata

Amala Hiriyaa Gaaʼelaa Kee Si Aarsuuf Ilaalcha Gaarii Qabaadhu

Amalli si aarsu tokko akka walitti isin buusu heyyamuu mannaa, amala sana karaa adda taʼeen ilaaluuf carraaqqii godhi.

Hojii Bakka Hojiitti Dhiisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qabxiiwwan hojiin keessanii fi gaaʼelli keessan akka walitti hin buune gochuuf isin gargaaruu dandaʼan shan.

Yakki Mana Keessatti Raawwatamu Ni Dhaabata

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu namoonni baayʼee hamoo taʼan amalasaanii akka jijjiiran kan gargaaran akkamitti?

Firoota Keessanii Wajjin Nagaa Qabaachuu Kan Dandeessan Akkamitti?

Gaaʼela keessan utuu hin miidhin warra keessan akka kabajjan argisiisuu ni dandeessu.

Ilaalchi Keessan Garaagara Yommuu Taʼu

Hiriyoonni gaaʼelaa walitti buʼiinsa hiikuu fi nagaadhaan waliin jiraachuu kan dandaʼan akkamitti?

Hiriyaan Gaaʼelaa Kee Poornoogiraafii yoo Ilaale Maal Gochuu Dandeessa?

Haati manaa araada poornoogiraafii ilaaluu abbaan manaa ishii qabu akka injifatu gargaaruu fi deebiʼanii akka wal amananiif waliin hojjechuu kan dandaʼan akkamitti?

Poornoogiraafiin Gaaʼelakee Diiguu Dandaʼa

Yaanni kun barsiifata poornoogiraafii dhaabuu fi walitti dhufeenya kee haaromsuuf si gargaara.

Maatiiwwan Milkaaʼan—Dhiifama Gochuu

Hirʼina hiriyaa gaaʼelaa kee bira darbuuf maaltu si gargaaruu dandaʼa?

Yeroo Ijoolleen Guddatanii Manaa Baʼaan

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko tokko yommuu ijoolleen guddatanii mana baʼan rakkinni guddaan isaan qunnama. Haala rakkisaa kana damdamachuu kan dandaʼan akkamitti?

Hinaaffaa Gaaʼela Keessatti Uumamurraa Fagaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Hiriyoonni gaaʼelaa kan wal shakkanii fi wal hin amanne taanaan gammachuu hin qabaatan. Kanaafuu hinaaffaa sirrii hin taane irraa fagaachuu kan dandeessu akkamitti?

Gargar Ba'uu fi Wal Hiikuu

Yommuu Hiriyaan Gaaʼelaa Amanamaa Utuu hin Taʼin Hafu Jiraachuun Gatii Qabaa?

Hiriyoonni gaaʼelaa qulqulluu taʼan hedduun Kitaaba Qulqulluu irraa jajjabina argataniiru.

Dulluma Keessa Wal Hiikuu

Dulluma keessa wal hiikuun maaliif baayʼate? Kun gaaʼela keessanirra akka hin geenye of eeguu kan dandeessan akkamitti?

Miidhaa Wal Hiikuun Geessisu Dandaʼanii Jiraachuu

Hiriyoonni gaaʼelaa wal hiikan hedduun, jireenyi sana booda jiraatan isa isaan yaadan caalaa rakkisaa akka taʼe hubataniiru. Gorsi Macaafni Qulqulluun kennu rakkina si mudatu karaa milkaaʼina qabuun moʼuuf si gargaara.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Hiikuudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabu?

Dhugaa Baatonni hiriyoota gaaʼelaa gaaʼelli isaanii rakkina qabu ni gargaaruu? Dhugaa Baatuun tokko yeroo hiriyaa gaaʼelaa isaa wajjin wal hiikutti jaarsoliin gumii isaaf ni raggaasisuu?