Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa mararra kan jiran siʼa taʼu, sanyiifi aadaa garaagaraa keessatti guddatan. Tokkummaa akka qabaatan kan godhe maali dha?

Fedhi Waaqayyoo Maalidha?

Waaqayyo fedhisaa addunyaa mararratti akka beekamu barbaada. Fedhi isaa kun maalidha? Yeroo harʼaatti fedhasaa kana barsiisaa kan jiran eenyufaʼi?

BARUMSA

Dhugaa Baatonni Yihowaa Namoota Akkamiiti?

Dhugaa Baatota Yihowaa meeqa beekta? Waaʼee keenya maal sirriitti beekta?

BARUMSA

Dhugaa Baatota Yihowaa Kan Jedhamne Maaliifi?

Sababii maqaa kanaan itti waamamnu sadii ilaali.

BARUMSA

Dhugaan Macaafa Qulqulluu Deebiʼee Kan Argame Akkamitti?

Wanta Macaafni Qulqulluun barsiisu ilaalchisee hubannaa sirrii akka qabnu akkamitti beekuu dandeenya?

BARUMSA

Hiika Addunyaa Haaraa Kan Maxxansine Maaliifi?

Hiika Macaafa Qulqulluu kana adda kan godhe maalidha?

BARUMSA

Walgaʼii Keenyarraa Faayidaa Akkamii Argatta?

Macaafa Qulqulluu qayyabachuu fi walii walii keenya jajjabeessuuf walgeenya. Atis yoo dhufte akka gaariitti si simana!

BARUMSA

Obboloota Keenyaa Wajjin Walgaʼuudhaan Fayyadamuu

Dubbiin Waaqayyoo Kiristiyaanonni akka walgaʼan jajjabeessa. Walgaʼii akkasii irraa fayyadamuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ilaali.

BARUMSA

Walgaʼiin Keenya Akkamitti Geggeeffama?

Walgaʼii keenya irratti wanti raawwatamu maal akka taʼe yaaddee beektaa? Barumsa Macaafa Qulqulluu achitti argatutti akka gammaddu hin shakkisiisu.

BARUMSA

Yommuu Walgaʼii Deemnu Akka Gaariitti Uffachuu Kan Qabnu Maaliifi?

Waaqayyo wanti nuti uffannu isa yaaddessaa? Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulquluu uffannaafi filannaa keenya filachuuf nu gargaaran ilaali.

BARUMSA

Walgaʼii Keenyaaf Akka Gaariitti Qophaaʼuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Dursitee qophaaʼuun kee walgaʼii keenya irraa akka gaariitti fayyadamuuf si gargaara.

BARUMSA

Waaqeffannaan Maatii Maalidha?

Qophiin kun Waaqayyotti dhihaachuu fi walitti dhufeenya maatii kee gidduu jiru cimsuuf kan si fayyadu akkamitti akka taʼe ilaali.

BARUMSA

Dhugaa Baatonni Yihowaa Walgaʼiiwwan Gurguddaarratti Kan Argaman Maaliifi?

Waggaa waggaatti qophiiwwan addaa sadii irratti argamuuf walitti qabamna. Atis nuu wajjin qophii kana irratti argamuudhaan buʼaa akkamii argatta?

BARUMSA

Hojiin Lallabaa Keenya Kan Gurmeeffame Akkamitti?

Fakkeenya Yesus yeroo lafarra turetti nuu kaaʼe hordofna. Malawwan lallabaa kana keessaa tokko tokko maal faʼi?

BARUMSA

Qajeelchaa Jechuun Maal Jechuudha?

Dhugaa Baatonni Yihowaa tokko tokko jiʼa jiʼaan tajaajila irratti saʼaatii 30, 50 ykn isaa ol dabarsu. Maaltu isaan kakaase?

BARUMSA

Qajeelchitootaaf Manni Barumsaa Akkamii Qophaaʼeera?

Warra waaʼee Mootummichaa lallabuuf yeroo isaanii guutuu kennaniif barumsa addaa akkamiitu kennama?

BARUMSA

Jaarsoliin Gumicha Kan Gargaaran Akkamitti?

Jaarsoliin dhiirota karaa hafuuraa gaʼumsa qabanii fi gumii geggeessanidha. Gargaarsa akkamii kennu?

BARUMSA

Gaʼeen Tajaajiltoota Gumii Maalidha?

Tajaajiltoonni gumii gumiin akka gaariitti akka sochoʼu gargaaru. Hojiin isaan hojjetan namoota walgaʼii irratti argaman hunda kan gargaaru akkamitti akka taʼe baradhu.

BARUMSA

Daawwattoonni Olaanaa Aanaa Kan Nu Gargaaran Akkamitti?

For what purpose do circuit overseers visit the congregations? How can you benefit from their visits?

BARUMSA

Obboloota Keenya Rakkinni Isaan Mudate Akkamitti Gargaarra?

Balaan uumamaa yommuu gaʼu, warra miidhamaniif karaa qaamaas taʼe karaa hafuuraa gargaarsa kennuuf yeruma sana qophii goona. Karaawwan kamiin?

BARUMSA

Hojjetaa Amanamaafi Ogeessi Eenyudha?

Yesus hojjetaa yeroo isaatti nyaata hafuuraa dhiheessu akka muudu waadaa galeera. Kun kan taʼu akkamitti?

BARUMSA

Qaamni Olaanaan Yeroo Harʼaa Jiru Kan Hojjetu Akkamitti?

Jaarraa jalqabaatti maanguddoota muraasaa fi ergamootatu qaama olaanaa gumii Kiristiyaanaa taʼee tajaajilaa ture. Yeroo harʼaahoo?

BARUMSA

Betʼel maalidha?

Betʼel iddoo addaa wanti baayʼee barbaachisaa taʼe itti raawwatamu dha.

BARUMSA

Waajjira Damee Keessatti Maaltu Hojjetama?

Waajjira damee keenya kam iyyuu daawwachuu warri barbaadan akka dhufan afeeramaniiru. Akka dhuftu si jajjabeessina.

BARUMSA

Barreeffamoonni Keenya Kan Qophaaʼaniifi Kan Hiikaman Akkamitti?

Afaan 700 oliin barreeffamoota qopheessina. Carraaqqii hammanaa kan goonu maaliifi?

BARUMSA

Hojii Addunyaa Maratti Hojjennuuf Deggersi Qarshii Kan Argamu Akkamitti?

Qarshii wajjin haala wal qabateen wanti jaarmiyaa keenya warra kaanirraa adda godhu maalidha?

BARUMSA

Galmi Mootummaa Maaliif Ijaarama? Kan Ijaaramanhoo Akkamitti?

Iddoon waaqeffannaa keenya Galma Mootummaa kan jedhame maaliifi? Haala salphaa taʼeen ijaaramuun isaanii gumii keenya kan gargaaru akkamitti akka taʼe ilaali.

BARUMSA

Galma Mootummaa Keenya Kunuunsuu Irratti Hirmaachuu

Galmi qulqulluu fi sirriitti qabame Waaqa keenyaaf ulfina fida. Qulqullina Galma Mootummaa eeguuf qophiiwwan akkamiitu godhame.

BARUMSA

Manni Kitaabaa Galma Mootummaa Kan nu Fayyadu Akkamitti?

Beekumsa Macaafa Qulqulluu qabdu guddisuuf qorannoo gochuu ni barbaaddaa? Mana kitaabaa Galma Mootummaa daawwadhu.

BARUMSA

Weebsaayitii Keenyarraa Maaltu Argamuu Dandaʼa?

Waaʼee keenyaafi amantii keenyaa caalaatti barachuu dandeessa. Gaaffiiwwan Macaafa Qulqulluufis deebii argachuu dandeessa.

Fedha Yihowaa Raawwachuu Ni Barbaaddaa?

Yihowaan baayʼee si jaallata. Jireenyakeetiin isa gammachiisuu akka barbaadu argisiisuu kan dandeessu akkamitti?