MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Fulbaana 9–​Onkoloolessa 6, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 27

Akkuma Saadoq Ija Jabeeyyii Taʼaa

Torban Fulbaana 9-15, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 28

Dhugaa Adda Baafachuu ni Dandeessaa?

Torban Fulbaana 16-22, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 29

Qorumsatti Akka hin Galle Dammaqaa Of Eegaa

Torban Fulbaana 23-29, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 30

Barumsa Mootota Israaʼelirraa Argannu

Torban Fulbaana 30–​Onkoloolessa 6, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Gumii Haaraatti Baruu kan Dandeessu Akkamitti?

Kiristiyaanonni hedduun yeroo gumii kan biraa deeman haalasaatti dafanii baruu dandaʼaniiru. Wanti gumii haaraatti baruuf gumaacha godhu maalidha? Qajeelfamoota haalawwan rakkisoo si mudatan dandamachuuf si gargaaran afur ilaali.

Gaaffii Dubbistootaa

‘Dubartiin’ Isaayyaas 60:1 irratti ibsamte eenyu? ‘Kaatee ifa ishii kan ibsitu’ hoo akkamitti?