Dhimma ijoo ta'etti seeni

Duʼa Yesuus Yaadadhaa

Duʼa Yesuus Yaadadhaa

Dhugaa Baatonni Yihowaa waggaa waggaatti akkuma Yesuus ajajetti duʼa isaa kabaju. (Luqaas 22:19, 20) Ayyaana iddoo guddaa qabu kana irratti nuu wajjin akka argamtu si afeerra. Jireenyii fi duuti Yesuus kan si fayyadu akkamitti akka taʼe baratta.