Dhimma ijoo ta'etti seeni

Jijjiirama Tirannaa fi Uumama

Seenaa Uumamaa Dhokatee Jiru

Seenaan uumamaa Macaafa Qulqulluu keessatti barreeffamee jiru saayinsii wajjin walsimaa?

Kitaaba Qulqulluurraa Waaʼee Uumaa Maal Baranna?

Wanti inni dubbatu wantoota saayinsiidhaan mirkanaaʼan wajjin wal simaa?

Waaqayyo Lubbu Qabeeyyii Garaagaraa Uumuuf Jijjiirama Tirannaatti Fayyadameeraa?

Yaadni Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu, qorannaa saayinsii, qomoo lubbu qabeeyyii hunda keessatti garaa garummaan akka uumamu ibsu wajjin wal hin faallessu.

Jijjiirama Tirannaamoo Uumama?—Murtoo Barataa Tokko Dhiphise

Yeroo baayʼee barattoonni waaʼee uumamaa baratan filannaa ulfaataa taʼetu isaan mudata.

Dargaggoonni Waaʼee Waaqayyotti Amanuu Dubbatu

Viidiyoo daqiiqaa sadii kana keessatti dargaggoonni Uumaan jiraachuu isaa wanta isaan amansiise dubbatu.

Uumamni Dinqisiisaan Ulfina Waaqayyoo Mulʼisa

Guyyaa guyyaadhaan uumamawwan Waaqaa hammam xiyyeeffannaadhaan ilaalta? Ogummaa Waaqaa isa hangana hin jedhamnee fi jaalala inni nuuf qabu wanta inni uumee irraa arguu dandeenya.

Pilaaneetii Jireenyaaf Mijattuu Taate

Wantoonni akka tasaa argaman utuu hin jiran taʼee, lubbu qabeeyyiin lafarra jiraachuu hin dandaʼan turan. Wantoonni kun dhuguma akkuma tasaa argamanimoo kaayyoodhaan uumaman?

Elamantii Dinqisiisaa

Elamantiin kaarboonii caalaa jireenyaaf barbaachisaa taʼe hin jiru. Kaarbooniin maali dha? Jireenyaaf baayʼee barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Jijjiirama Tirannaatti Amanuun Qabaa?

Ibsa isa kamtu caalaatti nama amansiisa?