Dhimma ijoo ta'etti seeni

Mata Dureewwan Dhiheenya Kana Fuula Jalqabaa Irratti Beeksifaman

 

Bulchaa Isa Kam Filatta?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni baayʼee gaarii taʼan illee humni isaanii daangeffamaadha; bulchaan adda taʼe tokko garuu jira.

Lafti Badiisarraa ni Ooltii?—Garba

Miidhaan garbarra gaʼaa jiru furamuu kan dandaʼudhaa?

Dhiphina Moʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qajeelfamoota hojiirra ooluu dandaʼanii fi dhiphina moʼuuf, tariimmoo hirʼisuuf si gargaaruu dandaʼan muraasa ilaali.

Addunyaa Maratti Seera Alummaan Dabaleera

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

 

Dhugaan Ammayyuu Gatii Guddaa Qabaa?

Dhugaan dhugumaan jiraa? Taanaan akkamitti argachuu dandeessa?

 

Rakkina Keenyaaf Waaqayyotu Itti Gaafatamaa?

Namoonni barumsawwan Waaqayyoon karaa dogoggoraa ibsaniin gowwoomfamaniiru. Dhugaan isaa maali dha?

Naamusni Gaariin kan Bade Maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

 

Wanti Sirrii fi Dogoggora Taʼe Maalidha?

Wanta sirrii fi dogoggora taʼe adda baafachuu kan qabdu akkamitti? Qajeelfamni amanuu dandeessuhoo jiraa?

 

Yeroo Gaʼaa Waliin Dabarsaa

Hiriyoonni gaaʼelaa hedduun utuma waliin jiraatanii yeroo baayʼee waliin haasaʼuun isaanitti ulfaata. Maarree hiriyoonni gaaʼelaa yeroo gaʼaa waliin dabarsuu kan dandaʼan akkamitti?

Waaʼeen Dubartootaa Waaqayyoon ni Yaaddessaa?

Deebii kanaa beekuun yeroo miidhaanii fi jalʼinni haqaa si irra gaʼu nagaa sammuu argachuuf si gargaara.

 

Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Sagantaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu keenya si fayyaduu dandaʼa.

 

Waraanni Yoom Dhaabbata?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Yeroo dhihootti waraanni hundi ni bada. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼu akkamitti akka taʼe ni ibsa.

Armaagedoon Israaʼelitti Jalqabaa?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

 

Kophummaa Isinitti Dhagaʼamu Dandamachuuf Namoota Kaan Gargaaraa

Gorsi Kitaabni Qulqulluun kennu si gargaara.

 

Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi

Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.

Gammachuu Dhugaa Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Barruun Dammaqaa! kun gorsi Kitaaba Qulqulluu ogummaa irratti hundaaʼe akkamitti akka si gargaaruu ibsa.

 

Saayinsiin Kitaaba Qulqulluu Wajjin Wal Simaa?

Yaanni Kitaaba Qulqulluu akka saayinsiitti dogoggora taʼe jiraa?

Eebba Bara Baraa Waaqa Jaalalaa Irraa Argamu

Maal akka taʼan, maaliif akka amantuu fi akkamitti akka irraa fayyadamtu baradhu.

Egeree Amansiisaa Qabaachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Egeree amansiisaa kan argamsiisu barumsa, maallaqa, moo wanta kan biraa dha? Deebii isaa maxxansa Masaraa Eegumsaa kana irraa argadhu.