Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amantii kan Qabaanne Maaliifi? . . . Waaqayyo Jiraachuu Isaa Irratti

Amantii kan Qabaanne Maaliifi? . . . Waaqayyo Jiraachuu Isaa Irratti

Piroofeesar Joorji Ziinsmaayistar, uumamni wal xaxaa taʼuunsaa, keessattuu akkaataan iji namaa itti argu wal xaxaa taʼuunsaa, Waaqni kana tolche jira jedhee akka amanu kan isa taasise maaliif akka taʼe ibseera.