Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

“Misiraachoo” (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2024)

“Misiraachoo” (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2024)

(Luqaas 2:10)

Buufadhu:

  1. 1. ‘Samiirratti Waaqayyoof

    Ulfinnʼ haa taʼu!’

    Ilmi Waaqayyoo dhalateera

    Baga gammanne,

    Fayyisaa arganne!

    (BUUSAA)

    Kun ilmaan namaaf,

    Misiraachoodha!

    Yaahiin jajadhaa!

    Labsii gammachuu,

    Hundumaan geenya.

    Inni karaadha,

    Dhugaa fi jireenya.

  2. 2. Qajeelina hundeensaa,

    Nagaa nuuf buusa.

    Jireenya dhugaatti nu geessa.

    Dhugaadhaan bulcha.

    Yesuusiif ililchaa.

    (BUUSAA)

    Kun ilmaan namaaf,

    Misiraachoodha!

    Yaahiin jajadhaa!

    Labsii gammachuu,

    Hundumaan geenya.

    Inni karaadha,

    Dhugaa fi jireenya.

    (BUUSAA)

    Kun ilmaan namaaf,

    Misiraachoodha!

    Yaahiin jajadhaa!

    Labsii gammachuu,

    Hundumaan geenya.

    Inni karaadha,

    Dhugaa fi jireenya.