Dhimma ijoo ta'etti seeni

Akka Itti Isaan Nagaa Nu Gaafatan Matumaa hin Irraanfannu

Akka Itti Isaan Nagaa Nu Gaafatan Matumaa hin Irraanfannu

Namoonni achi jiran akkamitti akka si ilaalan waan yaaddofteef, walgaʼiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaarratti argamuu irraa duubatti jetteettaa? Taanaan, muuxannoon Istiiv Gardas si jajjabeessuu dandaʼa.