Dhimma ijoo ta'etti seeni

Andirii Nezmaachinii: Waan Hundumaa Caalaa Kubbaa Miilaa Taphachuun Jaalladha Ture

Andirii Nezmaachinii: Waan Hundumaa Caalaa Kubbaa Miilaa Taphachuun Jaalladha Ture

Andireen wanta hawwe bira yommuu gaʼu, wantoonni kaayyoon jireenyaa maal akka taʼe akka gaafatu isa taasisan isa mudatan. Bakka hin eegamnee deebii argateera.