Hojii Ijaarsaa

HOJII IJAARSAA

Waarwiikitti Ollaawwan Haaraa

Jiraattonni naannoo Waarwiik, Niiwu Yoorki, ijaarsa waajjira muummee haaraa Dhugaa Baatota Yihowaa irratti yeroo hirmaatan wanta isaanitti dhagaʼame ibsan.

HOJII IJAARSAA

Waarwiikitti Ollaawwan Haaraa

Jiraattonni naannoo Waarwiik, Niiwu Yoorki, ijaarsa waajjira muummee haaraa Dhugaa Baatota Yihowaa irratti yeroo hirmaatan wanta isaanitti dhagaʼame ibsan.

Waarwiikitti Dhugaa Baatonni Yihowaa Wajjin Hojjechuu

Namoonni hojii daldalaa hojjetanii fi konkolaachiftoonni atoobisii Dhugaa Baatota hin taane hojii ijaarsaa Dhugaa Baatota Yihowaa irratti hirmaachuu ilaalchisee maal jedhu?

Galmawwan Mootummaa Dhugaa Baatota Miliyoona Tokko Tajaajilan

Bara 1999 kaasee, Galmawwan Mootummaa Dhugaa Baatota Yihowaa 5,000 ol taʼan Meeksikoo fi biyyoota Giddu Galeessa Ameerikaa torban keessatti ijaaramaniiru. Namoonni Dhugaa Baatota Yihowaa hin taane naannoo isaanii keessatti Galmawwan Mootummaa haaraa arguu kan hawwan maaliifi?

Agarsiisa Suuraa Biritaaniyaa 1 (Amajjiidhaa Hanga Hagayya 2015)

Guddina ijaarsa waajjira damee Biritaaniyaa magaalaa Kelmisfoordi biratti raawwatamaa jiruu ilaali.

Agarsiisa Suuraa Waarwiik 4 (Caamsaadhaa Hanga Hagayya 2015)

Keenyanii fi baaxiiwwan xumuramaniiru. Riqichawwan gamoo gidduutti argamanii fi namoonni lafa deeman itti fayyadamanis xumuramaniiru; lafa wal qiqixxeessuunis eegaleera.

Agarsiisa Suuraa Filippiinsi 1 (Guraandhala 2014 Hanga Caamsaa 2015)

Dhugaa Baatonni Yihowaa waajjira damee Filippiinsi Keesoon Siitiitti argamutti gamoo haaraa ijaaraa, akkasumas isa jiru haaressaa jiru.

Agarsiisa Suuraa Waarwiik 3 (Amajjiidhaa Hanga Ebla 2015)

Guraandhalatti, guyyaa guyyaatti hojjettoonni 2,500, torban torbaniin immoo namoonni 500 iddoo ijaarsaa kana dhufaniiru. Sadarkaa hojiin kun irra gaʼe ilaali.

Agarsiisa Suuraa Waarwiik 2 (Fulbaanaa hanga Muddee 2014)

Ijaarsi waajjira muummee Dhugaa Baatota Yihowaa guddachaa jira. Yeroo tokkotti kireenota gara 13 taʼantu hojii irra ture!

Agarsiisa Suuraa Woolkiil 1 (Adoolessadhaa 2013 Hanga Onkoloolessa 2014)

Hojii babalʼisuu waajjira damee Dhugaa Baatota Yihowaa Woolkiil, Niiwu Yoorkitti hojjetamaa jiru ilaali

Agarsiisa Suuraa Waarwiik 1 (Caamsaadhaa Hanga Hagayya 2014)

Hojii Gamoo Suphaa Konkolaataa, Waajjiraalee Bulchiinsaa/Gamoowwan Tajaajilaa, bakka jireenyaa C fi D irratti hojjetamaa jiru ilaali.

Naayijeeriyaa Keessatti Galmawwan Mootummaa 3,000 Ijaaramaniiru

Naayijeeriyaa keessatti ijaarsi Galma Mootummaa sadarkaa guddaa irra gaʼuu isaa wajjin haala walqabateen walgaʼiin addaa qophaaʼee ture. Hojiin Dhugaa Baatonni Yihowaa bara 1920 irraa eegalee hojjechaa turan gabaabaatti ibsameera.

Galma Walgaʼiiwwan Gurguddaa Haaraa Bosona Amaazon Keessatti Ijaarame

Walgaʼiiwwan gurguddaa Galma kana keessatti geggeeffaman irratti argamuuf Dhugaa Baatonni Yihowaa tokko tokko bidiruudhaan guyyaa sadii deemu!

Gabaasa Haaraa Waaʼee Waarwiik #2

Namoonni hedduun iddoo fagoodhaa dhufanii waajjira muummee Dhugaa Baatota Yihowaa fedhaan wal faana ijaaraa jiru.

Dhugaa Baatota Yihowaa​—Daangaa Malee Ijaaruu

Dhugaa Baatonni Yihowaa daangaan, aadaanii fi afaan utuu isaan hin daangessin galmawwan mootummaa fi gamoowwan Yihowaaf ulfina fidan kaan ijaaru.

Naannoowwan Fagaatanii Argamanitti Galmawwan Mootummaa Ijaaruu

Gareewwan shan fedhiidhaan Galmawwan Mootummaa guyyoota 28 keessatti akkamitti akka ijaaran ilaali.

Waarwiikitti Bineensotaa fi Naannoo Eeguu

Dhugaa Baatonni waajjira muummee isaanii haaraa Niiwu Yoorki Isteetitti ijaaraa jiru. Lubbu qabeeyyii naannoo Waarwiik jiran eeguuf maal gochaa jiru?

Galmawwan Mootummaa Kuma Tokkoo Fi Dabalaa Adeeman

Dhugaa Baatonni Yihowaa Filippiinsi Galma Mootummaa 1,000ffaa ijaarrachuudhaan guddina argisiisaniiru.

Waajjira Muummee Seena Qabeessa Haaraa Ijaaramaa Jiru

Dhugaa Baatonni Yihowaa waajjira muummee haaraa Waarwiik, Niiwu Yoorkitti ijaaraa jiru. Piroojeektii adda taʼe kana irratti gargaarsa Waaqayyoo akka qaban amanu.