Jireenya Betʼel

JIREENYA BETʼEL

Egzibiishinii Kitaaba Qulqulluu Maqaa Yihowaatiif Ulfina Fidu

Argisiisni Kitaaba Qulqulluu dinqisiisaan kun bara 2013tti waajjira muummeetti baname. Kitaabonni Qulqulluun gatii guddaa qabanii fi baayʼinaan hin argamne hedduun akka kennaatti kennamaniiru.

JIREENYA BETʼEL

Egzibiishinii Kitaaba Qulqulluu Maqaa Yihowaatiif Ulfina Fidu

Argisiisni Kitaaba Qulqulluu dinqisiisaan kun bara 2013tti waajjira muummeetti baname. Kitaabonni Qulqulluun gatii guddaa qabanii fi baayʼinaan hin argamne hedduun akka kennaatti kennamaniiru.

Egzibiishinii Macaafa Qulqulluu Adda Taʼe

Yihowaan durii kaasee maqaa isaa namootatti beeksisaa ture. Maqaan Waaqayyoo baroota darban keessatti hiikkaawwan Macaafa Qulqulluu keessatti eegamee kan ture akkamitti?

Mana Banaa “Kattaa” Irratti Argamu

Waajjirri damee Giddu Galeessa Awurooppaa olloota, daldaltootaa fi abbootii taayitaa qophii “Waggaa 30 Seeltars Keessatti Dabarsine” jedhamu irratti afeere. Daawwattoota gara 3,000 taʼan keessaa tokko tokko maal jedhu?

Gamoowwan Betʼel Yuunaayitid Isteetisitti Argaman Akka Daawwattu Si Afeerreerra

Daawwannaan kun Waajjira Muummee Dhugaa Baatota Yihowaa fi waajjira damee Yuunaayitid Isteetis kan dabalatu dha.

Deemsa Lammata Hin Argamne

Maarseelas waajjira damee Yunaayitid Isteetisii fi waajjira muummee Dhugaa Baatota Yihowaa daawwachuuf gufuuwwan hedduu keessa darbeera. Akkas gochuun isaa isa kiiseeraa?

117 Aadamsi Istiriitii Baʼuu

Waaʼee gamoo seenaa Biruukiliin keessatti iddoo guddaa qabu kanaa miseensonni maatii Betʼel ni dubbatu.

Guyyaa 60 Gidduutti Xumuruu

Dhugaa Baatonni Yihowaa gamoowwan shan warra dirree kubbaa miillaa 11n qixxee taʼan gadhiisuu qabu. Namoonni fedhiidhaan of dhiheessan guyyaa ramadame gidduutti kana kan godhan akkamitti?

Seenaa Waggaa 50 Woolkiil

Gaafannoo kana irratti Joorji Kooch Dhugaa Baatonni warshaa 2ffaa, Watchtower Farms jedhamuu fi naannoo Niiwu Yoork Siitiitti argamu itti argatan ibsa.