Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Taayiwaan

  • Taayichuung, Taayiwaan—Iddoo Gabaa Galgalaa Yiizyoongitti argamutti daldaltuu tokkoof yommuu dhugaa baʼamu

Odeeffannoo Gabaabaa—Taayiwaan

  • 23,375,000—Baayʼina uummataa
  • 11,460—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 177—Gumiiwwan
  • 1 nama 2,060f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Taayiwaan

Dhugaa Baatonni Yihowaa 100 ol taʼan, bakka babalʼistoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisanitti tajaajiluuf as dhufaniiru. Muuxannoosaaniifi wanta milkaaʼina akka argatan godhe ilaali.