Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Neeppaal

Odeeffannoo Gabaabaa—Neeppaal

  • 29,165,000—Baayʼina uummataa
  • 2,823—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 43—Gumiiwwan
  • 1 nama 10,465f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

DAMMAQAA!

“Jaalala Akkanaa Arguu Keenyatti Garaan Keenya Tuqameera”

Sanbadduraa, Ebla 25, 2015tti kirkirri lafaa baayʼee cimaa taʼe Neeppaaliin mudatee ture. Kirkira kana booda Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanummaa dhugaan jaalalaan, akkasumas hojiidhaan kan argisiifamu taʼuu isaa mulʼisaniiru.

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru

Obboleettonni qeenxeen biyya alaatti tajaajilan, jalqaba irratti biyya alaa deemuu sodaatanii turan. Ija jabina kan argatan akkamitti? Achitti hoo maal baratan?