Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Gaanaa

Odeeffannoo Gabaabaa—Gaanaa

  • 33,063,000—Baayʼina uummataa
  • 153,657—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 2,484—Gumiiwwan
  • 1 nama 220f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Gaanaa

Obboloonni bakka labsitoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajiluu yeroo deeman qorumsi baayʼeen isaan mudatus, eebba baayʼee argatu.