Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Istooniyaa

Odeeffannoo Gabaabaa—Istooniyaa

  • 1,366,000—Baayʼina uummataa
  • 4,110—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 54—Gumiiwwan
  • 1 nama 335f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BARREEFFAMOOTA QOPHEESSUU

Istooniyaan “Milkaaʼina Guddaa” Argatte

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa afaan Istooniyaatiin qophaaʼe Badhaasa Hojii Afaanii Waggaa Istooniyaa 2014tiif kaadhimame

Dabalataan Ilaali