Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Biraazil

Odeeffannoo Gabaabaa—Biraazil

  • 203,063,000—Baayʼina uummataa
  • 907,121—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 12,637—Gumiiwwan
  • 1 nama 226f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Biraaziilitti

Muuxannoo nama jajjabeessuufi Kiristiyaanota karaa caalaatti buʼa qabeessa taʼeen Waaqayyoon tajaajiluuf jecha naannoo garabiraa dhaqan tokko tokkoo dubbisi.