Dhimma ijoo ta'etti seeni

Dhugaa Baatota Yihowaa—Amantii Hojiidhaan Argisiifame, Kutaa 1: Dukkana Keessaa Baʼuu

Barattonni Kitaaba Qulqulluu dukkana gochawwan amantii sobaa jaarraa hedduudhaaf turan irraa bilisa baʼuuf amantii guddaa argisiisuun isaan barbaachisa ture. Haa taʼu malee, ija jabinaa fi hinaaffaadhaan ificha ibsaniiru. Ija jabinaa fi amanamummaa argisiisan, akkasumas Yihowaan “dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti” akkamitti akka isaan baase ilaali.

 

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

DOOKUMANTARII

Dhugaa Baatota Yihowaa—Amantii Hojiidhaan Argisiifame, Kutaa 2: Ificha Ibsuu

Yesuus duuka buutonni isaa ‘saboota hundumaa keessaa namoota barattoota isaa akka godhan’ isaan ajajeera. Mormii fi rakkina hedduu isaan irra gaʼeen kan kaʼe, Barattoonni Kitaaba Qulqulluu ificha ibsuun maal jechuu akka taʼe hubataniiru.