Dhimma ijoo ta'etti seeni

MICHOOTA YIHOWAA IRRAA BARADHU

Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa

Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa

Gilgaala maxxanfamu kanatti fayyadamuudhaan michoota Yihowaarraa baradhu—Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa.

Warra kan taatan, Daaniʼel 1:3-7 dubbisaatii ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa; Daaniʼel boqonnaa 3 irraammoo caqasoota ijoo taʼan dubbisaatii irratti mariʼadhaa.

Gilgaala kana buufadhaatii maxxanfadhaa.

Namoota fuula tokko irra jiran kutii baasiitii, qajeelfama siif kenname hordofuudhaan isa kuttee baaste sana fuula lama irratti maxxansi. Utuma akkas gootanii, gaaffiiwwan viidiyicharra jiran irratti mariʼadhaa.