Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Beeksisa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu

Birooshurri kun qophii kaffaltii malee dhuunfaatti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf godhame kan beeksisu dha.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN

Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?

Qoʼannaa tolaan Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti, hiikkaa Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu fayyadamuu dandeessa. Maatii ykn michoota kee affeeruu dandeessa.