Dhimma ijoo ta'etti seeni

Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu

Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan guguddaa jireenya keessatti nu mudataniif deebii ni kenna. Faayidaa inni qabu seenaa keessatti mirkanaaʼeera. Kutaa kana keessatti Kitaabni Qulqulluun faayida qabeessa taʼuu isaa hubatta.—2 Ximotewos 3:16, 17.

 

Wantoota Intarneetii Irratti Baasne

DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU

Cubbuun Maali Dha?

Cubbuuwwan tokko tokko warra kaan irra ni caaluu?

DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU

Cubbuun Maali Dha?

Cubbuuwwan tokko tokko warra kaan irra ni caaluu?

Kitaaba Qulqulluu Qo'adhu

Barumsa Kitaaba Qulqulluu Keenya Eegali

Barumsa Kitaaba Qulqulluu mareedhaan tola kennamu nama tokkoo wajjin baradhu.

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.

Meeshaalee Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuuf Gargaaran

Meeshaalee Kitaaba Qulqulluu gammachuudhaan akka qoʼattu si gargaaranitti fayyadami.

Kitaabni Qulqulluun kan Si Gargaaru Akkamitti?

Nagaa fi Gammachuu

Kitaabni Qulqulluun namoonni hedduun dhiibbaa guyyaa guyyaadhaan isaan irra gaʼu moʼuuf, yaaddoo isaan mudatu salphisuuf, akkasumas jireenya hiikaa fi kaayyoo qabu jiraachuuf isaan gargaareera.

Waaqayyotti Amanuu

Amantiin yeroo ammaatti tasgabbooftee akka jiraattu, gara fuulduraatti immoo abdii akka qabaattu si gargaara.

Gaaʼelaa fi Maatii

Hiriyoota gaaʼelaa fi maatiiwwan rakkina hedduutu mudata. Gorsi Kitaaba Qulqulluu walitti dhufeenya maatii fooyyessuu fi cimsuu ni dandaʼa.

Gargaarsa Dargaggootaaf Taʼu

Kitaabni Qulqulluun dargaggoonni haalawwan rakkisoo yeroo baayʼee isaan mudatan akka dandamatan kan gargaaru akkamitti akka taʼe ilaali.

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu

Deebii Kitaabni Qulqulluun waaʼee Waaqaa, Yesuus, maatii, rakkinaa fi kkf ilaalchisee kennu baradhu.

Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname

Hiikkaa caqasoota ykn gaaleewwan Kitaaba Qulqulluu beekamoo taʼanii hubadhu.

Seenaa fi Kitaaba Qulqulluu

Seenaa Kitaabni Qulqulluun gara keenya kan dhufe akkamitti akka taʼe mulʼisu hubadhu. Ragaa gama seenaatiin sirrii fi amansiisaa taʼuu isaa argisiisu qori.

Saayinsii fi Kitaaba Qulqulluu

Kitaabni Qulqulluun Saayinsii wajjin wal simaa? Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu argannoo saayinsii wajjin wal bira qabuun deebii isaa beekuuf gargaara.