Dhimma ijoo ta'etti seeni

Oduu

 

2020-10-26

RAASHIYAA

Gaafannoo Obboleessa Keenya Dimitrii Mikhaaloviif Godhame

Obboleessi keenya Mikhaalov Caamsaa 29, 2018⁠tti qabamee ture. Jiʼoota hedduu hidhaadhaan dabarseera. Gaafannoo isaaf godhame irratti Yihowaanis taʼe haati manaa isaa ishii amanamtuun jabaatee akka dhaabbatu akkamitti akka isa gargaaran dubbateera. Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu warra isaa wajjin hidhamanii turanitti himuun isaa nagaa fi gammachuu isaa eeggatee itti fufuuf akka isa gargaares dubbateera.