Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2023 “Obsaa”! Jedhu

Jimaata

Sagantaan Jimaataa 1 Qorontos 13:4 isa “Jaalalli ni obsa” jedhurratti kan hundaaʼedha.

Sanbadduraa

Sagantaan Sanbadduraa 1 Tasalonqee 5:14 isa ‘hundumaatti Obsa Argisiisaa’ jedhurratti kan hundaaʼedha.

Dilbata

Sagantaan Dilbataa Isaayyaas 30:18 isa ‘Yihowaan gaarummaa isinitti argisiisuuf obsaan eegaa jira’ jedhurratti kan hundaaʼedha.

Odeeffannoo

Odeeffannoowwan keessummootaaf qophaaʼan.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

WAAʼEE KEENYA

Walgaʼii Naannoo bara 2024 ‘Misiraachicha Lallabaa!’ jedhamu irratti akka argamtu affeeramteetta.

Walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa guyyaa sadii irratti akka argamtan isin affeerra.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Kabajaan Affeeramtaniittu: “Obsaa”! Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2023

Walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa waggaa kanaa guyyaa sadiif geggeeffamu irratti kabajaan affeeramtaniittu.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Beeksisa Diraamaa: “Daandii Kee Yihowaatti Kennadhu”

Haalawwan rakkisoo haaraan nu mudatan murtoo Yihowaatti amanamuuf goone akkamitti nuuf cimsuu akka dandaʼan hubachuuf yaali.