Dhimma ijoo ta'etti seeni

Yihowaan Jaalala Amanamaa Argisiisuu itti Fufa

Yooseef baayʼee kan dhiphate taʼus, Yihowaa fi namoota kaaniif jaalala akka qabu kan argisiise akkamitti akka taʼe, akkasumas qorumsawwan isaa keessatti Yihowaan akka isa jaallatu kan hubate akkamitti akka taʼe hubachuuf yaalaa. Uumama 37:1-36; 39:1–47:12 irratti kan hundaaʼe dha