Dhimma ijoo ta'etti seeni

Yaaqoob—Nama Nagaa Jaallatu

Yaaqoob warra kaanii wajjin nagaa buusuuf carraaqqii guddaa akkamii akka godhe hubadhu. Seenaan kun Uumama 26:12-24; 27:41–28:5; 29:16-29; 31:36-55; 32:13-20; 33:1-11 irratti kan hundaaʼedha.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu

Yaaqoob Dhaalicha Argate

Yisihaaqii fi Ribqaan ilmaan lakkuu Esaawuu fi Yaaqoob jedhaman qabu turan. Esaawu jalqaba irratti waan dhalateef, dhaala addaa argachuu dandaʼa ture. Mirga isaa kana ittoodhaan kan jijjiire maaliifi?

Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu

Yaaqoobii fi Esaawu ni Araaraman

Yaaqoob maleekaa tokko irraa eebba kan argate akkamitti? Esaawuu wajjin kan araarame akkamitti?