MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Ebla 8–Caamsaa 5, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 5

‘Ani Matumaa Si hin Gatu’!

Torban Ebla 8-14, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 6

“Maqaa Yihowaa Jajadhaa”

Torban Ebla 15-21, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 7

Barumsa Naazrotarraa Argannu

Torban Ebla 22-28, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 8

Qajeelfama Yihowaa Hordofuu Kee Itti Fufi

Torban Ebla 29–​Caamsaa 5, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Yihowaa Obsaan Eeggachuudhaan Gammadi

Obboloonni baayʼeen yeroo itti Yihowaan tarkaanfii fudhatu kan eeggatan taʼus sirni kun baayʼee isaan dadhabsiisa. Maarree obsaan eeguun akka nuuf salphatuu fi gammachuudhaan eeguuf maaltu nu gargaara?

Obboloota Dhiheenya Kana Miseensota Qaama Olaanaa Taʼan Lama

Roobii Amajjii 18, 2023 obboloonni keenya Geej Filiigilii fi Jeefrii Wiinder miseensota Qaama Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa t⁠a⁠ʼanii akka muudaman beeksisni himamee ture.

Gaaffii Dubbistootaa

Kitaabni Qulqulluun dandeettii Yihowaan waaʼee yeroo gara fuulduraa beekuuf qabu ilaalchisee maal jedha?

Kana Beektaa?

Wantoota barreessitoonni Kitaaba Qulqulluu jechootaa fi gaaleewwan tokko tokko akka irra deddeebiʼan godhanii taʼuu dandaʼan sadan ilaali.