MASARAA EEGUMSAA Lakk. 1 2020 | Barbaacha Dhugaa Argachuuf Godhame

Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan barbaachisoo jireenya keessatti nu mudataniif deebii dhugaa kenna.

Barbaacha Dhugaa Argachuuf Godhame

Addunyaa shakkii fi odeeffannoon dogoggoraa guute keessatti gaaffilee jireenya keessatti barbaachisoo taʼaniif deebii sirrii argachuuf tarkaanfiin fudhachuu dandeessu tokko jira.

Kitaaba Qulqulluu—Madda Dhugaa Amansiisaa Taʼe

Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu amanuu akka dandeessu mirkanaaʼaa taʼuu dandeessa.

Waaqayyoo fi Kiristoosiin Ilaalchisee Dhugaa Jiru

Garaagarummaan Yihowaa fi Yesuus Kiristoos gidduu jiru maalidha?

Mootummaa Waaqayyoo Ilaalchisee Dhugaa Jiru

Kitaabni Qulqulluun waaʼee Mootii Mootummaa Waaqayyoo, teessoosaa, kaayyoosaa, bulchitootaa fi warra isa jalatti bulanii ni ibsa.

Yeroo Gara Fuulduraa Ilaalchisee Dhugaa Jiru

Lafaa fi namoota ishiirra jiraatan ilaalchisee wanta Waaqayyo dubbaturratti amantii qabdu cimsadhu.

Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Dhugaa Dubbii Waaqayyoo keessatti argamu barachuun faayidaa hedduu argamsiisa.