DAMMAQAA! Ebla 2014 | Yerookeetti Ogummaadhaan Fayyadami

Yeroo yoo darbee deeb⁠i⁠ʼee hin dhufu. Matadureen kun malawwan namoonni yeroosaanii wantoota jireenya keessatti caalaatti barbaachisaa t⁠a⁠ʼaniif ogummaadhaan akka itti fayyadaman isaan gargaaran afur ibsa.

Addunyaa Mararraa

Mataduree kanarratti ilka arbaa dhoksaadhaan Maaleeshiyaatti galchuu, amanannaa waldaa Xaaliyaanii, dhukkuboota Afriikaa, ijoollee Awustiraaliyaa qumaara taphataniifi yaada kan biraa.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Hafuura xuraaʼummaa

Namoonni hedduun namoota duʼanii wajjin haasaʼuuf yaalii godhu, Macaafni Qulqulluun kana ilaalchisee maal jedha?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yerookeetti Ogummaadhaan Fayyadami

Karaan itti yerookeetti ogummaadhaan fayyadamuu dandeessu tokko jireenyakee karaawwan lamaan qoruudha. Karaawwan kun kamfaʼi?

MAATIIDHAAF

Dhiibbaa Hiriyaa Moʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Dhiibbaan hiriyaa namoonni gaariin wanta gadhee akka raawwatan gochuu dandaʼa. Waaʼee dhiibbaa hiriyaa wanta beekuu qabduufi akkamitti moʼuu akka dandeessu

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Seenaa Uumamaa Dhokatee Jiru

Seenaan uumamaa Macaafa Qulqulluu keessatti barreeffamee jiru saayinsii wajjin walsimaa?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Gogaa Bofaa

Gogaan bofaa cimaa taʼuudhaan muka mijataa hin taane yaabuufi cirracha qotee gad lixuu akka dandaʼu kan godhe maalidha?

Wantoota garabiraa

Ergaawwan Fedhii Saalaa Kakaasan Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Ergaa fedhii saalaa kakaasu akka ergitu dhiibbaan si irra ga’aa jiraa? Ergaa fedhii saalaa kakaasu erguun miidhaa akkamii qaba? Kolomsuu miidhaa hin geessisne qofadhaa?

Abbaan Humnaa Yoo Na Hube Maalan Godha?

Namoonni hubaman baayʼeen isaanii gargaarsa akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Mata dureen kun haala kana fooyyessuuf wanta gochuu dandeenyu ibsa.

Michuu Dhugaa kan Jedhamu Nama Akkamii Ti?

Nama michuu dhugaa hin taane argachuun salphaa dha; garuu michuu dhugaa argachuu kan dandeessu akkamitti?