Dhimma ijoo ta'etti seeni

Harkaan Qaqqabuudhaan Jiraachuu

Harkaan Qaqqabuudhaan Jiraachuu

Jeemsi Riyaan inni Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼe erga dhalatee jalqabee gurri isaa kan hin dhageenye siʼa taʼu, yeroo booda immoo iji isaa ni jaame. Gargaarsa maatii isaa fi gumiitiin a wanta isa dhabe caalu akka argate kan itti dhagaʼamu maaliif akka taʼe ilaali.

a Maatii isaanii keessaa Dhugaa Baatuu kan taʼe Jeemsi qofa dha.