Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Zaambiyaa

Odeeffannoo Gabaabaa—Zaambiyaa

  • 20,018,000—Baayʼina uummataa
  • 239,427—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 3,605—Gumiiwwan
  • 1 nama 95f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

SEENAA JIREENYAA

Deeriil Shaarpi: Jabina Waaqayyootiin Duubatti Hin Deebinu

Haalawwan rakkisaa taʼan mudatanis Deeriilii fi Suuzaan namoonni 130 ol taʼan akka cuuphaman gargaaraniiru.