Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Afriikaa Kibbaa

  • Weeltavreedan, Godina Miipuumaleengaa, Afriikaa Kibbaa​—Dubartii Afaan Indebelee dubbattu tokko walgaʼii Galma Mootummaatti geggeeffamu irratti afeeraa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Afriikaa Kibbaa

  • 60,605,000—Baayʼina uummataa
  • 100,331—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,966—Gumiiwwan
  • 1 nama 617f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Tajaajila Yihowaa Keessatti Yeroo Gammachiisaa Dabarseera

Seenaa Jireenyaa: Joon Kiikoot

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Tamsaasa Saatalaayitii Dhugaa Baatota Yihowaa Bakka Intarneetiin hin Jirretti Tajaajilu

Obboloonni Afriikaa Intarneetii dhabanis sagantaa JW Biroodkaastingii kan ilaalan akkamitti?