Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Turkiyee

  • Istaanbul, Turkiyeetti barruu Dammaqaa! afaan Turkiyeetiin qophaaʼe yommuu namaaf kennan

Odeeffannoo Gabaabaa—Turkiyee

  • 85,957,000—Baayʼina uummataa
  • 5,692—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 71—Gumiiwwan
  • 1 nama 15,502f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Turkii

Bara 2014, Turkii keessatti duulli lallabaa addaa taasifamee ture. Duulli kun kan qindeeffame maaliifi? Kan irratti hirmaatan hoo eenyufaʼi?