Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Filiippiinsi

  • Filippiinsi, Maanilaa godina Intiraamuroos keessatti ergaa Macaafa Qulqulluu lallabuu

  • Baalar, Godina Awurooraa, Filippiinsi​—Namoonni biyyattii walgaʼii irratti akka argaman afeeraa jiru

  • Filippiinsi, Maanilaa godina Intiraamuroos keessatti ergaa Macaafa Qulqulluu lallabuu

  • Baalar, Godina Awurooraa, Filippiinsi​—Namoonni biyyattii walgaʼii irratti akka argaman afeeraa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Filiippiinsi

  • 113,964,000—Baayʼina uummataa
  • 253,876—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 3,552—Gumiiwwan
  • 1 nama 464f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

“Akaakuu Namootaa Hundaaf Waan Hundumaa” Taʼuu

Itti gaafatamummaa hedduun Deentan Hopkiinsaniif kenname Yihowaan namoota saba hundumaa keessaa dhufan hunda akka jaallatuu fi akka simatu isa hubachiiseera.

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Filippiinsi

Obboloonni tokko tokko hojii dhiisuufi qabeenya gurguruudhaan, Filippiinsitti jireenya salphaa jiraachuuf maaltu akka isaan kakaase caalaatti baradhu.